bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Exodus 11
Exodus 11
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 10
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 12 →
1
Kanaan maayessa Rabbi Muuse'een, «Fari'oonii fi biyya Misirii irratti balaa tokko callaa fida; achiin maayessa hennaa gad isin dhiisu ariisa'aan isin baasa;
2
baniin Israa'elii ammallee dhiirtinii fi dubartiin ollaa ufii irraa mi'a worqi'iitii fi ka birri'ii akka fudhatan bani'itti himi» jedheen.
3
Rabbi Muuse'ee banii biyya Misirii maraa afo'otti gaachena kenneef; Muuseen garboota Fari'oonii afo'otti guddisee nama kabajjamaa ta'e.
4
Muuseen Fari'ooniin, « Rabbi ‹Ani halkan wodhakkaa banii jidduu lufa;
5
hangafni biyya Misirii keessa jiru maruu, ilma hangafaa ka mooticha Fari'oonii irraa jalqabee haga ilma hangafaa ka garbittii dhagaa daattuu, ka horiin goromumma'aan dhale maruu hin dhuma;
6
booya tanaan dura biyya Misirii maraa keessatti ta'ee hin beennee fi ka ammaa achillee hin taanetu ta'a.
7
Rabbi ammo worra Israa'eliitii fi worra biyya Misirii jiddu'utti garaagarummaan akka beekkamuuf namaa fi horii isaaniititti sareenillee hin duttu.› »
8
Muuseen, «Garboonni kee kunniin maruu gara kiyya dhufanii banii kee fudhadhuu deemi jedha'aa na kadhata'aa naa sagadan» jedheenii aaree bobayee Fari'ooniin biraa baye.
9
Rabbi Muuse'een, «Haga Maalaleen biyya Misiriititti baay'attutti isinii hin dhagawu» jedheen.
10
Muuseenii fi Aaroon maalalee kanniin maraa Fari'ooniin afo'otti godhan; Rabbi garaa Fari'oonii waan jabeesseef ijoolleen Israa'elii biyya san gad hin dhiifne.
← Chapter 10
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 12 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40