bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Exodus 24
Exodus 24
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 23
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 25 →
1
Rabbi Muuse'een akkana jedhe, «Atii fi Aaroon, Naadaab, Abiyuudii fi jaarsonni Israa'eliillee torbaatamni gara gaara Rabbii baya'aatii fagoo dhaabadha'aatii sagadaa'a;
2
Muuseen ammo hojja ufiititti gara kiyya gara Rabbii haa dhiyaatuu; baniin ammo isa woliin akka hin dhiyaanne»
3
Muuseenillee dhufee jecha Rabbiitii fi seera maraa bani'itti hime; baniin maruu laagaa tokkoon «Waan Rabbi dubbate maraa hin goona» jedhan.
4
Muuseenillee jecha Rabbii barreessee ganamaan ka'ee gaara jalatti hulee ciinca'aa akka gosa Israa'elii kudha lamaaniitiin soodduu dhaabe;
5
ijoollee Israa'elii keessaa ka'imman waan ciincaa fayyinnaatiif ka Rabbii dhiyaatuuf sangoota akka qalan erge.
6
Muuseen wodhakkaa dhiigaa fuudhee qori'itti buusee dhiiga ciinca'aa hulee ciinca'aatitti facaase;
7
Kanaan maayessa kitaaba waada'aallee fuudhee laagaa ol fudhatee bani'ii dubbise; isaanillee waan Rabbi jedhe maraa hin goona hin ajajamnaafille'e» jedhan.
8
Muuseen dhiiga fuudhee banii irratti akkana jedhee facaase, « Jecha kana maraan waadaan Rabbi dhiigaan isin woliin gale kunooti» jedhe.
9
Muusee, Aroon, Naadaab, Abiyuudii fi jaarsonni Israa'elii torbaatamman maruu gara gaaraa ol bayan.
10
Waaqa Israa'elii argan; miila isaa jala wonta akka maleekkaa Sami'ii ifu waan badhaa bulee akka dhagaa gatii gudda'aatitu ture.
11
Inni harka ufii manguddoota Israa'elii irratti hin hiixanne; isaanillee Rabbiin arganii nyaatanii dhugan.
12
Achiin maayessa Rabbi Muuse'een, «Gara kiyya gara gaaraa ol bayii taa'i; waan ati isaan barsiiftu seeraa fi ajaja kiyya dhagaa baxxee irratti barreessee sii kennaa» jedheen.
13
Muuseenii fi gargaaraan isaa Iyyaasuun isa woliin ka'an; Muuseen gara gaara Rabbii ol bayee,
14
jaarsotaan «Haga gara keessan deebinuuf as taa'aa'a; Aaroonii fi Hoori kunoo isin woliin taa'an; ka hajaa qabullee yoo jiraate gara isaanii haa dhaquu» isaaniin jedhe.
15
Muuseen gara gaaraa ol baye; gaarrillee hurrii duumessaatiin dhoffame.
16
Ulfinni Rabbii gaara Siina'aa irra taa'e; guyyaa jahaaf duumessi isa dhosse; guyyaa torbeesso'ootitti Rabbi duumessa keessaan Muusee waamee,
17
gaara gubba'atti ijoollee Israa'elii duratti ulfinni Rabbii akka ibidda nama gubuutitti ture.
18
Muuseenillee duumessa keessaan gara gaaraa ol baye; Muuseen gaara irra guyyaa afurtamaa fi halkan afurtamaa ture.
← Chapter 23
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 25 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40