bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Exodus 33
Exodus 33
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 32
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 34 →
1
Rabbi Muuse'een akkana jedhe, «Gara lafa ani Abrahaam, Yisaaqi, Yaaqoobii fi fiixaa kee maraa hin kenna jedhee kakadhee gara biyya aannanii fi damma baaftu sanii banii biyya Misirii keessaa baafte woliin dhaqi; ati banii lum'a jabaatu waan taateef karaa irratti akka si hin balleessine maleekkaa kiyya si afoo erga; ani si jidduu hin lufu; maleekkaa kiyya ergee Kana'aanota, Amoorota, Keexota, Feerzota, Eewwotaa fi Iyyaabusoota si afo'oo ari'a»
4
Baniinillee dubbii hamaa kana dhagayee gadde; isaan keessaa eennullee uffata qandhafaa hin uffanne.
5
Rabbi Muuse'een, «Ijoollee Israa'eliitiin isin banii lum'a jabaatu; ani yoo isin jidduu lufe isin balleessa; amma waan isinii huju akka beettan uffata qandhafaa keessan uf irraa mulqaa'a; isaaniin jedhi» jedheen.
6
Kanaaf ijoolleen Israa'elii gaara kooreebiititti uffata qandhafaa maraa mulqatan.
7
Muuseen daasee fuudhee qe'ee irraa fageessee dhaabee «Daasee wol gayi'ii» jedhee maqaa itti baase; namni Rabbiin soqu maruu gara daasee wol gayi'ii ka qe'een alatti dhaabame sanii dhaqa.
8
Muuseen hennaa gara daase'ee dhaqu namni maruu ol ka'ee dhaabataaf; namni maruu balbala daasee wol gayi'ii afoo dhaabata; haga Muuseen daasee keessa seenuuf baniin dhaabatee isa laala.
9
Hennaa Muuseen daasee seene utubaan duumessaa bu'ee balbala daasee wol gayi'ii afoo dhaabata; Rabbi duumessa keessaan Muuse'etti dubbata'aa ture.
10
Baniin maruu hennaa ultubaan duumessaa balbala daasee wol gayi'ii afo'otti bu'u arganii daasee afo'otti jilbiiffatanii sagadan.
11
Rabbi akkuma namni goshoo ufii woliin qaaqutti Muusee woliin qaaqa'aa ture; hennaa Muuseen gara qe'e'ee deebi'u gargaaraan isaa ilmi Nawwe'ee Iyyaasuun daasee keessaa hin dhabamu ture.
12
Muuseenillee Rabbiin akkana jedhe, «Kunoo ati banii kana asii baasi naan jetta; garuu ka na woliin ergitu na hin beessifne; ati maqaa keetiin si beekeera; na afo'ottillee gaachena argatteerta naan jette;
13
amma yoo si afo'otti gaachena argadhee jiraadhe akka si beekuu fi akka si afo'otti gaachena argadhu yabo'oo karaa kee natti mudhisi; baniin kunillee akka banii kee ta'e laali»
14
Rabbillee, «Ani si woliin deema; harallee si baafachiisa» jedheen.
15
Innillee, «Ati yoo ka ufii nu woliin hin baanee asii nu hin baasin;
16
ati yoo ka nu woliin hin baane anii fi baniin kun banii biyya lafaa jiru afo'otti gaachena argachuun keenna maali'iin beekkama?» Jedhe.
17
Rabbi Muuse'een, «Na afo'otti gaachena waan argattee fi waan si beekeef waan jette kana maraa hin godha» jedheen.
18
Innillee «Yabo'oo ulfinna kee natti mudhisi» jedhe.
19
Rabbi «Ani mishummaa kiyya maraa sitti mudhisa; maqaa kiyyallee si afo'otti labsa; ka araaramuuf hin araarama; ka dhiifama barbaachisuuf hin dhiisaaf.
20
Namni fuula kiyya argee waan jiraachuu hin dandeenneef ati fuula kiyya arguu hin dandeettu» jedhe.
21
Rabbi Muuse'een ati na biratti hulee qabda; dhagaa qarsa'aa irrallee hin dhaabatta jedhe.
22
Hennaa ulfinni kiyya lufu, dhagaa baqaqe keessa si tursiisa; haga si bira lufuuf harka kiyyaan si golga;
23
achiin maayessa ani harka kiyya si jalaa siissa; dudda kiyya argita malee fuula kiyya hin argitu» jedheen.
← Chapter 32
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 34 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40