bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Exodus 17
Exodus 17
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 16
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 18 →
1
Baniin Israa'elii maruu akkuma Rabbi isaan ajaje karaa lafa gammoojjii «Siiniitii» ka'anii Raafidimitti quphatan; achitti garuu baniin bisaan dhugu hin arganne.
2
Kanaafuu baniin «Waan dhunnu nuu kenni» jedhanii Muuse'een wol lolan; Muuseen ammo «Maaf naan loltan? Rabbiinillee maaf qortan?» Isaaniin jedhe.
3
Baniin dheebotee «Maaf nu'uu fi ijoollee teenna, horii keennallee dheebu'uun fixu'uuf biyya Misirii keessaa nu baafte?» jedhanii Muuse'etti gunguman.
4
Muuseen «Baniin kun dhaga'aan na dhaawu'uuf ta'aa maal godha?» Jedhee gara Rabbii iyye.
5
Rabbi Muuse'een, «Banii afoo lufii jaarsota Israa'elii keessaa fudhadhuu ulee tee ta bisaan Abbaayii dhoofteen san qabadhuu deemi.
6
Ani kooreebitti dhagaa irra si afoo dhaabadhaa ati dhagaa dhoofta; bisaan baniin dhugu achi keessaa burqa» jedheen; Muuseen jaarsota Israa'elii afo'otti akkasuma godhe.
7
Waan mormii banii Israa'eliitiif «Rabbi nu jidduu jira moo hin jiru?» jedhanii waan Rabbiin qoraniif maqaa hulee sanii maasaahii fi mariibaa jedhanii waaman.
8
Worri Amaaleeqii dhaqanii Raafidimitti Israa'eliin wol lolan.
9
Muuseen Iyyaasu'uun «Ka'imman nuu filii bayii Amaaleeqiin loli; ani boru ulee Rabbii harkatti qabadhee gaara kooreebii gubbaa dhaabadhaa» jedheen.
10
Iyyaasuunillee akka Muuseen jedhe godhe; dhaqee worra Amaaleeqiitiin lole; Muusee, Aaroonii fi Hoori tulluu gubbaa bayan;
11
Hennaa Muuseen harka ufii ol kaasu worri Israa'elii hin mooyatan ture; hennaa inni harka ufii gad deebisu worra Amaaleeqiititu mooyata ture.
12
Yoo harki Muuse'ee haru dhagaa jala kaayanii irra ta'e; Aaroonii fi Hoori ammo bita'aa mirgaan harka isaa irkisan; haga aduun dhiituuf harki isaa gad hin deebine.
13
Iyyaasuun worra Amaaleeqii maraa guraadee qarama'aan fixee mooyate.
14
Kanaan maayessa Rabbi Muuse'een «Gosa worra Amaaleeqii fixee waan lafa irraa balleessuuf yaadannoo kana naa barreessii Iyyaasu'uttillee himi» jedheen.
15
Muuseen hulee ciincaa itti ciincessu hojjatee maqaallee Yaahiwweh Niisii» jedhee waame;
16
Inni, «Alaabaa mooyichaa ka Rabbii ol qaba'aa qabadhaa'a; Rabbi baraa haga bara baraa worra Amaaleeqiitiin hin lolaa» jedhe.
← Chapter 16
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 18 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40