bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Exodus 20
Exodus 20
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 19
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 21 →
1
Rabbi dubbii kana maraa akkana jedhee dubbate;
2
«Rabbi Waandhi kee ka garbummaa biyya Misiriitii si baase ana;
3
«Anaa achi Waaqa biraa hin waaqeffatin;
4
«Waan Sami'ii olii, waan Ardii irraa, waan Ardii keessaa, waan galaana keessa jiraa, fakii bocame kamiinillee Waaqa kee hin godhatin;
5
Isaanii hin sagadin; hin waaqeffatinille'e; ani Rabbi Waaqa hinaafu waan ta'eef worra na jibban cubbuu abbootaa dhaloota sadeesso'oo haga arfeesso'ootitti haluu baya.
6
Worra na jaalatanii fi worra seera kiyya eegan maraaf ammo haga dhaloota kumaa araara isaaniif godha.
7
Maqaa Rabbii Waaqa keetii duwwamatti hin waamin; Rabbi worra maqaa isaa duwwamatti waamu cubbuu irraa isaan hin qulqulleessu.
8
Guyyaa Sambataa woyyoomsii kabajji;
9
Guyyoota jahaa hujii kee maraa hojjadhu.
10
Guyyaan torbeesso'oo garuu guyyaa Sambataa ka Rabbii Waaqa keetiitii; atii fi ijoolleen tee, garboonni tee, horiin kee, wonti qe'ee kee keessatti argamuu fi worri sitti galee si keessa jiraatu maruu guyyaa kanatti hujii kamiinillee hin hojjatin.
11
Rabbi guyyaa jaha keessatti Ardi'ii fi Samii, galaanaa fi waan galaana keessaa maraa uumee guyyaa torbeesso'ootitti hara baafate; kanaaf Rabbi guyyaa Sambataa eebbisee woyyoomse.
12
Rabbi Waandhi kee umurii kee lafa irratti akka sii dheeressu abbaa keetii fi haadha tee kabajji;
13
«Hin ajjeesin;
14
«Hin seebarin;
15
«Hin hatin;
16
«Eennuun irrattillee dharaan hin ragin;
17
«Mana eennuullee, haadha manaa eennuullee, hojjataa, hojjattuu, qotiyyoo eennuullee, harre'ee fi horii eennuullee maraa kamiinuu hin hawwin.»
18
Baniin maruu hennaa laagaa gigissa'aatii fi bakakka'aa, laagaa xurumba'aatii fi hennaa gaarri aaru arganii hollata'aa achi siiqanii dhaabatanii
19
Muuse'een, «Ati nutti dubbadhu nu hin dhageennaa; akka hin duune Rabbi nutti hin dubbatin» jedhaniin.
20
Muuseen bani'iin, «Rabbi isin qoru'uuf cubbuu akka hin hojjanneef, onnee keessan keessa sodaan isaa akka taa'u gara keessan waan dhufeef hin sodaatinaa'a» jedhe.
21
Baniin ammo irraa siiqanii dhaabatan; Muuseen gara duumessa daasee Rabbi jiruu siiqe.
22
Rabbillee Muuse'een «Ijoollee Israa'eliitiin akka ani Samii irraa isinitti dubbadhe argitaniirtan; ana afo'otti womaa hin hojjatinaa'a;
23
ana dhiiftanii waaqolee birri'ii fi worqii irraa hojjattanii hin waaqeffatinaa'a;
24
hulee ciinca'aa dhoqqe'een naa huji; ciincaa fayyinna keetii ka gubamu ka hoolotaatii fi ka sangoota keetii achi irratti ciincessi; hulee maqaan kiyya itti qaabatamu marattuu dhufee si eebbisa;
25
hulee ciinca'aa ka dhagaa irraa hojjatamu yoo naa hojjatte, dhagaa sibiilli tuqe irraa hin hojjatin; yoo hulee ciinca'aa san sibiilaan tuxxe hin batteessita.
26
Akka qaamni kee ka saalaa hin mudhanne korto'oon gara hulee ciinca'aa hin bayin.
← Chapter 19
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 21 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40