bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Exodus 26
Exodus 26
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 25
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 27 →
1
«Akkasuma ammallee jirbii fooyame mishaa waan dhiilgee bifa Sami'ii qabu, hulee bulti'ii ka golloo kudhanii qabu, akka kiruubeelii hojjataan ogeessi hojjateetitti isaan irra kaayi.
2
Dheerinni golgaa maraatuu ciqilee diddamii saddeeti; dalgi isaa ciqilee afur haa ta'uu; golgi maruu wol qixa haa ta'uu.
3
Golgaan shananuu ka wol qabatan haa ta'anii; golgi shanan kuuwwanillee akkasuma ka wol qabatan haa ta'anii;
4
Golgaa wolitti hidhame sanniin keessaa qaccee golgaa tokkoo irratti qubee bulee bifa Sami'ii itti godhi; akkasuma qaccee golgaa tokkoollee akkasuma godhi.
5
Qubeewwan shantamaa golgaa tokko irratti godhi; qaccee golgaa lammeesso'oo irrattillee qubeewwan shantamaa godhi; qubeewwan maruu haa mudhatanii.
6
Qabata shantamaa ka worqi'ii hojjadhu; huleen bulti'ii tokko haa ta'uu; golgaa isaanii wol qabsiis.
7
Waan hulee bulti'iitiif ta'u golgaa daase'ee rifeensa re'e'ee irraa hojjadhu; isaan martinuu golgaa kudha tokko goota.
8
Dheerinni golgaa maraatuu ciqilee soddoma; dalgi golgaa maraatuu ciqilee afur; golgaan martinuu wol qixa haa ta'anii.
9
Golgaan shanii wolitti haa hidhamanii; akkasuma golgaan jahaa wolitti haa hidhamanii; golgaan jaheesso'oo afoo daase'ee irra haa dhayamuu.
10
Golgaa wolitti hidhame sanniin keessaa qaccee golgaa tokkootitti qubeewwan shantamaa godhi; akkasuma golgaa wolitti hidhame kaawwan keessaallee qaccee golgaa tokkootitti qubeewwan shantamaa godhi.
11
Sibiila diimaa irraa qadhabaa shantama hojjadhuutii qubeewwan itti godhi; akka daaseen tokko ta'u wolitti hidhi.
12
Waan golgaa daase'ee irraa hafe wodhakkaa golga sanii hulee bulti'ii dudda duubaan haa rarra'uu.
13
Akka hulee bulti'ii san dhossu gama tokkoon dheerinna ciqilee tokkoo wonti golgaa daase'ee irraa hafe hulee bulti'ii duubaan gamaa fi gamanaan haa rarra'uu.
14
«Ka daasee irra dhayan gogaa hoolaa arrawaa irraa, dachaa gubba'aa irraanillee golgaa biraa gogaa re'e'ee irraa hojjadhu.
15
«Cufanaa balbala bulti'ii muka woddeessaa irraa hojjadhu.
16
Dheerinni cufanaa balbalaa maruu ciqilee kudhan; dalgi isaanii ciqilee tokkoo fi wodhakkaa haa ta'u.
17
Balbala cufanaa maraa ka tokko tokkoon wol qabsiisu waan isaan wol qabsiisu lamaan godhiif; cufanaa hulee bulti'ii maraa akkasuma godhi.
18
Balbala hulee bulti'ii san gama bita'aatiin cufanaa diddamaa godhiif;
19
balbala diddamaa kana jala luka afurtamaa birri'iin hojjadhu; cufanaa maraa jalatti wol qabsiiftuu lama lama godhi.
20
Hulee bulti'ii gara mirgaatiin balbala diddamaa luka afurtamaa ka birrii irraa hojjate godhiif.
21
Jalli cufanaa maraatuu luka lama lama haa ta'uu.
22
Hulee bulti'ii gara dhiyaa duuba isaatiin cufanaa jahaa godhiif.
23
Hulee bulti'ii ladda lamaan dudda duuba irraan cufanaa lamaa godhiif.
24
Jalaa haga qaalawa qubee jalqabaa cufanaan tokko dachaa haa ta'u; lamaaniifuu akkasuma haa ta'u; isaan lachuu ladda gamaa gamanaatiif ta'an.
25
Balbala saddeetaa fi luka birri irraa hojjatame kudha jaha godhiif; cufanaa maraa jala luka lama godhiif.
26
«Hulee bulti'ii ka muka ajo'oo irraa hojjatame, balbala shanan gama tokkootitti loosaa shanii;
27
Cufanaa hulee bulti'ii ka gama lammeesso'ootiillee loosaa shanii; cufanaa hulee bulti'ii ka gara karaa dhiyaatiin jiruu loosaa shanii godhiif.
28
Loosaan balbala wodhakka'aallee cufanaawwan balballan jiddu'uu haa lufuu.
29
Loosaa worqi'iin uwwis; qubeewwan akka loosaawwan keessa dabarsu'uuf ta'utti worqii irraa hojjadhu; loosaa sanniinillee worqi'iin uwwis;
30
Hulee bulti'ii san akka fakkeenna gaara irratti sitti mudhisee sanitti dhaabi.
31
«Golgaa isaallee uffata bulee Samii fakkaatu, diimaa dhiilge'ee fi uffata jirbii irraa hojjatamee tolchi; fakii kiruubeelii hojjataa ogeessaan golgaa san irratti kaasi.
32
waan kanniin utubaawwan arfan muka ajo'oo irraa hojjatame ka worqi'iin uwwifame irratti fannis; wonti itti fannifamullee worqii irraa, lutti isaallee birrii irraa haa ta'uu.
33
Golgaa sanniin hookkoowwan garaa jalaatitti rarraafta; golgaa san keessa saanduuqa raga'aa galchi; golgaan sun ta hulee Woyyuu Woyyoota keessaa adda footu haa taatuu.
34
Achiin maayessa Saanduuqa Waada'aa qadaada araaraatiin qadaadi;
35
gabataa Woyyuu Woyyootaatiin ala, daasee gara mirgaatiin kaayi; baattuu ibsa'aa gara bita'aatiin kaayi.
36
«Balbala daase'ee golgaa isaa carqii bulee akka Sami'ii, diimaa dhiilge'ee fi uffata jirbii mishaa irraa hojjatame godhiif.
37
Golgaa sanniinii fi utubaawwan shanan muka ajo'oo irraa hojjatame godhii worqi'iin uwwis; fannoonillee worqii irraa ka hojjatamee fi ka luka shanii qabu haa ta'uu.
← Chapter 25
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 27 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40