bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Exodus 38
Exodus 38
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 37
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 39 →
1
Hulee ciincaa irratti dhiyeessan ka dheerinni isaa ciqilee shanii, dalgi isaallee ciqilee shanii muka ajo'oo irraa hojjate; inni roga afur qaba; ol fageenni isaa ciqilee sadihi.
2
Roga arfan gubba'atti gaafa tolcheef; gaafa wolitti hojjatee sibiila diimaa itti uwwise.
3
Meeshaa hulee ciinca'aa, xuwweewwan, waan ibiddaan qabsiisan, distii, qadhabaa, girgiraa maraa sibiila diimaa irraa hojjate.
4
Hulee ciinca'aatitti marsee kaloo hojjate; achii haga wodhakkaa hulee ciinca'aa; achiillee naannessee sadarkaa gad aanaa irra godhe;
5
kaloo sibiila diima'aa sanii fi loosaa baadhataniin ka roga arfan irra jiru saniif qubeewwan arfan hojjate.
6
Loosaa baadhataniin sanniin muka ajo'oo irraa hojjatee sibiila diima'aan dibe.
7
Loosaa ittiin baadhataniin akka ittiin baadhatan laddaan qubee keessa loosee hulee ciincaa itti dhiyeessan ka muka ajo'oo irraa hojjatame keessa isaa duwwaa godhe.
8
Saanii irratti dhiqatanii fi waan isa irra kaayan sibiila diimaa uf argaa dubartoonni daasee wol geetti'ii keessa tajaajilan fidan irraa hojjate.
9
Kutaa seensa daasee woyyoomeef golgaawwan jirbii mishaa irraa hojjate; gara bita'aatiin golga dheerinni isaa ciqilee dhibbaa qaba.
10
Utubaawwan diddamaa fi miillan diddamaa sibiila diimaa irraa hojjate.
11
Gara mirgaatiin golga dheerinni isaa ciqilee dhibbaa, utubaawwan sibiila irraa hojjatame diddamaa fi miila diddamaa hojjate; utubaawwan sanniiniifillee fanno'oo fi soomayyuu birri'ii hojjateef.
12
Gara dhiyaatiinillee golga dheerinni isaa ciqilee shantamaa, utubaawwan kudhanii fi miillan kudhanii sibiila diimaa irraa hojjate; utubaawwaniif fanno'oo fi soomayyuullee birrii irraa hojjate.
13
Gara bariisa'aatiin golga dheerinni isaa ciqilee shantamaa ta'u hojjate.
14
Dheerinni golgaa gama tokkoon ciqilee kudha shan; utubaan sadiinuu miillan sadihi qaba.
15
Akkasuma gama lammeesso'ootiinillee afoo gara hulee itti bayanii gamaa gamanaan golga dheerinni ciqilee kudha shanii utubaan sadihiillee ka miila sadihii qabu ture.
16
Golgi naannaya hulee itti bayanii maruu uffata fooyaa jirbi'iitiin dhayameen hojjatame.
17
Miilli utubaawwan sanniinii sibiila diimaa irraa; soomayyuunii fi fannoon utubaawwan sanniinii birrii irraa hojjatame; woggaa utubaawwaniillee birri'iin dibe; utubaawwan hulee itti bayanii maruu soomayyuu birri'iin hojjatame uf irraa qaba.
18
Golgi hulee itti bayanii uffata mishaa bifa sami'ii, diimaa dhiilgee, ka jirbii misha'aan irratti hojjatame, dheerinni isaa ciqilee diddama; ol fageenni isaa ciqilee shan; golgi hulee itti bayaniillee ciqilee shan.
19
Utubaan sibiila diimaa irraa hojjatame afur; miilli isaallee afur; fannoon isaallee birrii irraa hojjatame; woggaanii fi soomayyuun isaa ka birri'iin dibame.
20
xiribbaan naannaya hulee bulti'iitii fi xiribbaan hulee itti bayanii sibiila diimaa irraa hojjatame.
21
Akka ajaja Muuse'eetiin meeshaa Leewwonni ittiin tajaajilan ka harka ilma Aaroonii gadichaa Itaamariitiin laakkayame meeshaan hulee bulti'ii wolitti qaba'atti kana.
22
Ilmi ilma Hoorii ka akaakayyuu Hoorii ka gosa Yihuuda'aa Baasili'eel waan Rabbi Muuse'een jedhe maraa godhe.
23
Ahisaamiik ilmi Eliyaabii ka gosa Daanii isa woliin jira; inni hojjataa ogeessa hujii roga itti baasu, uffata bifa sami'ii, diimaa dhiilgee, uffata mishaa jirbii irraa hojjatame ka jirbi'iin irratti dhawu ture.
24
Worqiin qulqullaayaan isatti kenname maruu akka hujii qulqullummaa mana woyyumma'aatiin worqii kiilogiraamii diddamii sagal, saqilii dhibba torbaa fi soddoma ture.
25
Birriin gumii laakkayame irraa argame laakkobsaan worqii dhibbaa, saqilii kuma tokkoo fi torbaatamii shan ture.
26
Akka madaala worqii mana woyyummaa Rabbiitiin nama tokko irraa itti laakkayame wodhakkaa worqi'iiti; nama woggaa diddamaa irraa jalqabee ka achii olii namoota kuma dhibba jahaaf sadihii fi namoota dhibba shanii fi shantama turan.
27
Saqiliin dhibbaa ka golga mana Rabbiitii miila isaa hojjataniin; ammallee worqii dhibba tokkoo irraa miila dhibba tokkoo hojjate; miilli tokko worqii tokko irraa hojjatame.
28
Worqii kuma tokkoo fi dhibba torbaa fi shantamaa irraa soomayyu'uu fi fannoo utubaa irraa worqii dibe.
29
Sibiilli diimaan kenname birri torbaatamaa, worqii kuma lamaa fi dhibba afuriiti.
30
Isa irraa miila balbala daasee hulee bulti'ii, hulee ciinca'aa ka sibiila diimaa irraa hojjatame, kaloo isaaf ta'u, meeshaa ciinca'aa maraa,
31
miillan naannaya hulee itti bayanii, miillan afoo itti bayanii, xiribbaa hulee bulti'ii maraa itti godhe.
← Chapter 37
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 39 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40