bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Exodus 31
Exodus 31
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 30
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 32 →
1
Rabbi Muuse'een akkana jedhe,
2
«Ila ani ilma ilma Hoorii ilma Uurii Baasili'eelii gosa Yihuuda'aa maqaa isaatiin waameera.
3
Hafuurri Rabbii hujii isaa maraan ogummaa'a, hubanna'aa fi beekkumsa akka argatu itti guuteera;
4
akka hujii ogumma'aan hubatu, akka worqii, birrii, sibiila diimaa,
5
akka dhagaa ijaarsaa tolchu, akka muka bocu, waan gara garaa midhaassee akka hojjatuuf.
6
Akka isa woliin hojjatu gosa Daanii keessaa ilma Ahisaamikii Eeliyaabiin kenneeraaf; waan ani si ajaje maraa akka godhaniif ogummaa onnee ogeeyyii maraa keessa godheera.
7
Daasee wol gayi'ii, saanduuqa waada'aatii fi meeshaa qadaada isaa ka isa irra jiruu fi meeshaa daase'ee maraa,
8
Gabataa, meeshaa baattuu ibsa'aa woliin woyyoome maraa, girgiraa hixaanaa,
9
hulee ciincaan irratti gubamu, meeshaa ciincaan irratti dhiyaatu maraa, saanii irratti dhiqatanii fi waan isa irra kaayan, uffata ogumma'aan hojjatame,
10
uffata gadumma'aan ittiin na tajaajilan, uffata Aaroonii ka gadumma'aa, uffata ijoollee isaa maraa,
11
Dhadhaa dibataa ka mana woyyumma'aatiif ta'uu fi hixaana urgaan isaa misha'aa akkuma ani si ajaje haa godhanii»
12
Rabbi Muuse'een akkana jedhe,
13
«Ijoollee Israa'eliititti akkana jedhii himi; ani Rabbii isin woyyoomsu akka ta'e akka beettan, anaa fi isin, ijoollee ijoollee teessaniitiif woyyuu akka ta'u Sambata kiyya eegaa'a.
14
Kanaafuu Sambanni anaa fi isin jiddu'utti malkata waan ta'eef eegaa'a; namni sambata hin eenne maruu haa ajjeefamuu; ka guyyaa Sambataatiin hujii hojjatu maruu banii wodhakka'aa fooyamee haa baduu.
15
Guyyaa jahaa hujii kee hojjadhu; guyyaan torbeesso'oo ammo guyyaa hara baafataa ka Rabbiif woyyoome; ka guyyaa Sambataa hujii hojjatu maruu sirima haa ajjeefamuu.
16
Ijoolleen Israa'elii, ijoolleen ijoollee isaanii waadaa baraa haga bara baraa ta'e Sambata hara baafatu'uun haa eeganii.
17
Waan Rabbi Ardi'ii fi Samii guyyoota jahaa keessatti uumee guyyaa torbeesso'oo hujii ufii maraa irraa hara baafateef; anaa fi ijoollee Israa'elii jiddu'utti malkata waadaa baraa haga bara baraa haa ta'uu»
18
Rabbi haga Muusee woliin gaara Siina'aa irratti waan dubbate raawwateen maayessa gabatee dhaga'aa ka raga'aa lamaan ka harka Rabbiitiin irratti barreeffame fuudhee kenneef.
← Chapter 30
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 32 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40