bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Job 11
Job 11
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 10
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 12 →
1
Soofaar namni biyya Naa'ima'aa akkana jedhee deebise,
2
«Dhugamaan baay'inna dubbi'iitiif deebii kennuun hin barbaachisuu? mo'o namni tokko kana mara dubbate'eef sirrii ta'a?
3
qaandhi kee duwwaan namoota hin cadhisiisaa? yoo baldite ka si saalfachiisu hin jiruu?
4
Ati yaada keetiin ‹ani sirri'i› ufiin jetta. Rabbiinillee ‹ani si afo'otti qulqullu'u› jetta.
5
maal Rabbi uduu sitti dubbatee deebii sirri'ii sii deebisee!
6
Dhossaa ogummaa ufiillee uduu sii ibsee! hubannaan isaa guddaa waan ta'eef adabbii siif ta'u keessaa akka dhidhisee sii kaffalu beeki.
7
«Dhossaa Rabbii ka gad fago'oo qorattee beekuu dandeettaa? mo'o Waaqa kee ka maraa danda'u qorattee bira gawuu dandeetta?
8
Guddinni isaa Samii caalaa ol fagaataa, ati maal godhuu dandeetta? gad fageenni isaa asaaba caalaa gad fagaataa, kanaafuu ati maal beekuu dandeetta?
9
Guddinni isaa lafa caalaa dheerata; galaana caalaa badhata.
10
Rabbi uduu dhufee hidhee, Gara yaa'ii murti'ii uduu fidee, eentu isa dhoogga?
11
Rabbi namoota faayidaa hin qabne waan beekuuf; hennaa yakka argu cadhisee hin laalu.
12
Gowwaan ogeessa ta'uu irra, harreen diidaa nama ta'ee dhalachu'utu salpha'a.
13
«Ta'ullee uduu onnee tee qajeeltuu gootee; harka kee diriirsitee Rabbiin uduu kadhattee;
14
Cubbuu harka kee keessaa baaftee akka wonti hamaan mana kee keessatti hin argamne uduu gootee;
15
Yoo san sodaa malee ol jettee waa maraa laalta; uduu hin saalfanne jabaattee dhaabatta.
16
Rakkoo keellee hin irraanfatta; akka bisaan lufeetitti dagatta.
17
Jireenni kee aduu guyya'aa caalaa ifa; dukkantillee akka ifa ganamaa taati.
18
Abdii waan qabduuf boona'aa jiraatta; Rabbi waan si eeguuf sodaa malee hara baafattee jiraatta.
19
Hin rafta, wonti si sodaachisu hin jiru; namoonni baay'een si afo'otti gaachena argachuu barbaadan.
20
Ijji hammeeyyi'ii garuu hin jaamti; Karaan isaan dheessaniin maruu cufaa ta'a; dhumti isaanii du'uma»
← Chapter 10
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 12 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42