bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Job 18
Job 18
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 17
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 19 →
1
Baldaadoos namni biyya shuha'aa akkana jedhee deebise;
2
«Iyyoob! haga yoomii akkana dubbii guddifta? mee nu caqasi nullee hin dubbannaa.
3
Ati maaf akka busaaya'aatitti nu laalta? maaf akka nama duudaa womaa hin beenneetitti nu laalta?
4
Ati yoo loltellee uf miita malee lola keetiin ardiin duwwaa hin taatu. qarsaanillee hulee ufiitii hin socho'u.
5
«Ibsaan nama cubbama'aa hin dhaama; ifni isaa deebi'ee hin mudhatu.
6
Ifni daasee isaa keessa jirullee hin dhaama. ifni isaallee hin dukkanaaya.
7
Tarkaanfiin nama jaba'aa dhiphata'aa deema; kaayoon hammeenna isaallee isa kuffifti.
8
Deemsa ufiitiin siiboo keessa seena. lutti isaallee woshaadoo keessatti sakaallama.
9
Siiboon koomee isaa qaba. woshaadoonillee jabeessee qabaan.
10
Lafa irratti qolaan diriireeraaf; karaa isaa irratti woshaadoon qophaayeeraaf.
11
«Naasuun naannoo isaa marseera; duubaanillee isa ari'a.
12
Hunni isaa beelaan dadhabeera. badiin qophaayee isa eeggata.
13
Dhukkubni nafa isaa fixa. duuti isa fudhatti.
14
Mana abdatee keessa jiraatu keessaa ari'ama. gara du'a nama maraa fudhattuutitti fudhatama.
15
Mana isaa keessatti womaa hin hafaniif, dhagaa bobawutu mana isaa keessa firfirfama.
16
Akka muka hiddi isaa goguutii fi dameen isaa harca'uu ta'a.
17
Lafa irratti namni isa qaabatu hin jiru. gurri isaa lafa irraa bada.
18
Ifa keessaa gara dukkanaa ari'ama; jiraattota keessaa dhabama.
19
Gosa ufii keessaa ka fiixaa isaa bakka bu'u hin argatu; manuma isaa keessattillee fiixaan hin hafuuf.
20
Worri baya biiftu'uutii fi worri dhiya adu'uullee rakkoo isa irra gaye kana arganii nayanii hollatan.
21
Dhumti worra hammeeyyi'ii hennaa maraa akkanuma; Hireen nama Rabbiin hin sodaanneellee kanuma.»
← Chapter 17
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 19 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42