bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Job 40
Job 40
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 39
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 41 →
1
Ammallee Rabbi Iyyoobiin akkana jedhe,
2
«Iyyoob! Dhugamaan namni mormu Waaqa waa maraa danda'uun wol mormaa? namni Rabbiin wol mormu inni deebii isaa haa deebisuu.» Iyyoob
3
Iyyoob akkana jedhee Rabbii deebise,
4
«Ani namni salphataan maal sii deebisa? Eeganaa ani ammaa achi harka afaan kiyya irra kaayadhee cadhisuu malee deebiin ani sii deebisu hin jiru.
5
Ani hennaa tokko dubbadheera; ammaa achi sirima hin dubbadhu. Rabbi
6
Kanaan maayessa Rabbi bubbee haboonbolatti'ii keessa ta'ee Iyyoobii akkana jedhee deebise,
7
«Eeganaa akka dhiiraa mudhii kee hidhadhu; si gaafadhaa atillee naa deebisi.
8
Amma murtii kiyya hin diiddaa? ati qajeelaa ta'u'uuf natti murteessitaa?
9
Hunna akka hunna Rabbii qabdaa mo'o? laagaa guddaa akka laagaa Rabbii qabda?
10
Eeganaa ulfinnaa fi guddinna uffadhu; arnyaa fi gaachena uffadhu,
11
Lola kee isaan irratti jissii; worra boonu maraa laalii salphisi.
12
Ka boonu maraa laalii gad isaan qabi, hammeeyyiillee hulema isaan dhaabatanitti bulleessi.
13
Uffataan kafanii bakka tokkotti biyyee keessatti awwaali.
14
Hennaa san harki kee ka mirgaa akka si oolchu; anillee ragaa sii baya.
15
Ani si'ii fi ‹Biheemoot› Roophiillee akkuma si uume isallee uumeera, inni akka sanga'aa marga dheeda.
16
jabeenni isaa dudda isaa keessa; hunni isaallee ribuu garaa isaa keessa.
17
Eegee ufii akkuma haafa hindheessaa raasa; ribuun uduuda isaa furda'aa fi mammarama'a.
18
Lafeen isaa akka sibiila diima'aati; qaamni isaa akka ulee sibiilaati.
19
Inni uumama ani uume maraa keessaa korma; ana malee ka isa mooyatu hin jiru.
20
Gaara busaayaan bosonaa itti bobbayanitti nyaata biqilchaaf.
21
Inni muka gaaddisa qabu jalatti dhoqqe'ee fi leephoo keessa ciisa.
22
Munni gaaddisa qabu gaaddisa ufiitiin isa dhossa; mukkiin galaana keessa jiruun marfama.
23
lanni yoo guutee irra cambalaqe hin sodaatu; Yoordaanos haga afaaniillee yoo guute uf hedata.
24
Uduu ijji isaa argu hin qabamaa? funyaan isaa siibo'oon qaalawa bayaa? mo'o mummuranii adda qoodan?
← Chapter 39
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 41 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42