bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Job 8
Job 8
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 7
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 9 →
1
Baldaadoos namni biyya Shuha'aa akkana jedhee deebise,
2
«Haga yoomii waan kana dubbatta? haga yoomii dubbiin afaan keetiillee akka qilleensa haboonbolatti'ii ta'a?
3
Dhugamaan Rabbi murtii dabsaa? Waandhi maraa danda'u qajeellummaa dabsaa?
4
Ijoolleen tee yoo ka Rabbiin yakkaniiranii, inni yakka isaaniitiif isaan adaba.
5
Uduu gara Rabbii deebitee, Waaqa maraa danda'u uduu kadhattee,
6
Qulqullu'uu fi qajeelaa uduu taatee, inni daddafee hulee sirri'iititti si deebisa.
7
Jalqabni kee diqqaa yoo ta'ellee dhumni kee baay'ee guddaa ta'a.
8
Barri keenna lafa irratti akka gaaddisaati, Nu worra kaleessaa waan taaneef womaa hin beennu, kanaaf dhaloota duraa gaafadhu, waan abboonni isaanii dur beekan jabaadhuu qoradhu.
10
Isaan worra si barsiisuu fi worra sitti himu; isaan worra waan hubatan garaa ufii keessaa baasanii sitti himanii mii?
11
Dhallaadduun hulee caffaa hin taanetti hin biqilaa? yookaan beeleen bakka bisaan hin jirretti hin lalisaa?
12
Yoo kana hin taane uduu gayee hin muramne, biqiltuu kaawwan dura goga.
13
Dhumti worra Rabbiin irraanfataniillee akkasuma, abdiin nama Rabbiin irraanfatuullee hin bada.
14
Abdiin isaa hin cita; amantiin isaallee akka mana daarabaaftu'uu ta'a.
15
Inni mana daarabaaftu'uu sanitti hin irkata; manni sun garuu hin dhaabatuuf; hin qabata, harkatti cita.
16
«Inni aduu keessatti akka biqiltuu bisaan dhugee lalisuuti haafni isaallee dhaaba isaa irra yaa'a.
17
Hiddi isaa dhagaa tuulame irratti marama; dhaga'atti maxxana.
18
Yoo namni hule'ee buqqise, huleen isaa hin beekkamu.
19
Kunoo gammachuun jireenna isaa akkana; ka biraallee lafa irraa marga.
20
«Rabbi garuu nama amanaaa hin gatu; harka worra cubbamtootaa hin jabeessu.
21
Kanaafuu afaan kee deebi'ee kolfaan guuta; Akka ililfattu si taasisa.
22
Worri si jibban salphinna uffatan; daaseen cubbamtootaallee hin bada.»
← Chapter 7
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 9 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42