bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Job 7
Job 7
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 6
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 8 →
1
«Jireenni namaa lafa irratti guddisee ulfaata'aa mii? Barri isaallee akka nama guyya'aan qaxaramee hojjatuutii mii?
2
Isaan akka hojjattoota mindaa ufii argachu'uuf gaaddisa jala taa'anii eeggataniiti.
3
Akkasuma ji'oonni kiyya ji'oota gatii hin qabne ta'an; Halkanillee halkan rakkinnaa naa ta'e.
4
Hennaa rafe yoomuma ka'a? jedhee yaada, halkanillee natti dheerata; haga bari'utti asii fi achi gara gaggala;
5
nafti kiyya shamee raammayeera; foon kiyya qonyonyaaniin uwwifameera; gogaan kiyya babbaqaqee mala'a.
6
Barri kiyya akka maraa jirbii worra woyaa dhawuu caalaa ariifata; abdii tokko malee dhumata.
7
Waandhana! lubbuun tiyya hafuura kiyya caalaa gabaabduu akka taate yaadi; ijji tiyya ammaa achi waan mishaa hin argitu.
8
Namni amma na argu ammaa achi deebi'ee na hin argu; na soxxa garuu na hin argitu.
9
Akkuma duumessi bittinnaayee badu, akkasuma namni du'ee worra du'etti eda'ame deebi'ee hin dhufu.
10
Gara mana ufiillee hin deebi'u, worri isa beekan maruu isa wollaalan.
11
Kanaafuu afaan kiyya hin cadhisu; hafuuraan dhiphadhee dubbadha; mararamuu lubbuu tiyyaatiin gaddaan gunguma.
12
Kana mara wonti eedduu natti gooteef, ani galaana moo bineensa guddaa galaana keessaati?
13
Ana siree kiyyatu na jajjabeessa; ‹sireen kiyya gungummii gadda kiyyaa naa salphisa› yoo jedhu,
14
Ati garuu eebju'uun na sodaachifta; na suursu'uun na naasifta.
15
Jireenna akkanaa jiraachuu irraa uf hudhee du'uu filadha.
16
Jireenna kiyya hin tuffadhe, bara baraan jiraachuu hin feene. Barri jireenna kiyyaa gabaabaa waan ta'eef na dhiisi.
17
«Ati akka gudda'atti isa laalu'uuf, yaada keellee irra kaayu'uuf namni maali'i?
18
Ganama ganama isa qoru'uuf, hennaa maraa isa ataabu'uuf namni maali'i?
19
Haga yoomii gad na dhiisuu didda? haga yoomii hancufa gad liqimsuu na dhooggita?
20
Ati Waaqa nama eeddu, ani yoo cubbuu hojjadhee si maal godha? waan maali'iitiif anatti xiyyeeffatte? maal irrattillee ba'aa sitti ta'e?
21
Maaf balleessaa kiyya naa hin dhiifne? Maaf cubbuu kiyyallee na irraa balleessuu didde? Ani amma waan du'aaf dhiyaadheef ammaa achi na barbaaddullee na hin argitu.»
← Chapter 6
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 8 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42