bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Job 2
Job 2
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 1
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 3 →
1
Gaaf biraallee maleekkonni Rabbiin afoo dhaabachu'uuf dhufan; Seexannillee isaan woliin Rabbiin afoo dhaabachu'uuf dhufe.
2
Rabbi Seexanaan «garamii dhufta?» jedheen; Seexannillee «ardii irra naannayee isii keessa asii fi achi deddeeme» jedhee Rabbii deebise.
3
Rabbi Seexanaan «Garbicha kiyya Iyyoobima argitee? lafa irra namni akka isaa qajeelaanii fi ka mudaa hin qabne, ka Rabbiin sodaatu, ka hamaa irraa fagaate hin jiru; isa akka balleessitu maarre akka sii jedhuuf duwwama na kakkaafte kunoo Iyyoob haga adhaa mudaa malee jiraata'aara» jedheen.
4
Seexannillee deebisee Rabbiin «Akkuma gogaan goga'aaf » jedhamu «namni lubbuu ufii oolfachu'uuf jedhee waan qabu maraa kenna.
5
Garuu mee harka kee diriirsii foonii fi lafee isaa dhayi dhugamaan addaatama si arrabsa!» jedheen.
6
Rabbillee Seexanaan «lubbuu isaa hin tuqin malee kunoo inni si harka jira» jedheen.
7
Kanaan maayessa Seexannillee Rabbiin afo'oo deemee Iyyoobiin qeensa miila isaatii jalqabee haga rifeensa mata'aa madaa hama'aan dhaye.
8
Sababaa kanaaf Iyyoob gadhii fuudhee mada'aan hooqata'aa daaraa irra taa'e.
9
Haati manaa isaa «Ati haga ammallee amanamummaa kee hin dhiifnee? Rabbiin ganii du'i» jetteen.
10
Inni garuu, «ati akka dubbartoota yartu'uutitti dubbatte; harka Rabbiitii waan mishaa fudhanneerra; waan badaa qofa hin fudhannuu?» is'iin jedhe. Waan kanniin maraan Iyyoob Rabbiin hin yakkine.
11
Goshoonni Iyyoobii sadiinuu waan isa irra gaye kana maraa dhagayanii biyya ufiitii dhufan; isaanillee Eelfaazii biyya Teemaanii, Baldaadoosii biyya Shuha'aa, Soofaarii biyya Naa'ima'aa fa'a turan. Isaanillee isaa gaddu'uu fi jajjabeessu'uuf tokkumma'aan gara isaa dhufu'uuf wolii galan.
12
Fagoo dhaabatanii hennaa laalan isaan isa ta'uu hin beenne; haga akka isa ta'e hubatan iyya'aa booyan; marti isaaniituu woyaa uffataniiran uf irraa mulqanii bibbiinxan; mataa ufii irrattillee daaraa firfirsan.
13
Guyyaa torbaa fi halkan torbaa isa woliin lafa irra taa'an; dhukkubbiin guddisee waan itti jabaateeruuf isaan keessaa namni tokkollee isatti womaa hin dubbanne.
← Chapter 1
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 3 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42