bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Job 37
Job 37
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 36
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 38 →
1
«Kanaaf onneen tiyya guddiftee dhayatte; soda'aan sheephifte.
2
Laagaa afaan isaatii bayu dhagayaa'a; dubbii isaa ka akka gigissa'aa gungumu caqasaa'a.
3
Bakakkaa Sami'ii gaditti hulee maratti facaasa; haga daangaa lafaa maraa hin erga.
4
Kanaan maayessa laagaa ufii hin dhageessisa; gungummii laagaa ufiitiinillee hin sodaachisa. hennaa laagaan isaa ka gaachena qabu dhagayame, bakakkaan hin mudhata.
5
Rabbi laagaa maalalchiisuun gunguma; hin sodaachisa; waan nu hin hubanne waan guddaa godha.
6
Barada'aan ‹lafa irra bu'i; kirfaffu'uun dirsaa buusi› jedhaan.
7
Namoonni inni uume maruu akka hujii isaa beekan; nama maraa akka hujii ufii dhaabsisu godha.
8
Hennaa san bineensonni gara buuraa seenanii; maandhee ufiititti galan.
9
Bubbeen jabaan kibbaa dhufa; qorri hamaan kaabaa dhufa.
10
Hafuurri Rabbii baradaa argamsiisa; bisaan badhaan wolitti qabamee baradaa ta'a.
11
Duumessi akka bisaan baatu godha; isa keessa bakakkaa gad dhiisa.
12
Duumessi waan inni ajaje raawwachu'uuf, isaan akka ajaja isaatitti asii fi achi naannayan.
13
Rabbi wonti rooba roobsuuf lafa jiisu'uuf, namoota adabu'uu fi yookaan jaalala ufii mudhisu'uuf.
14
«Iyyoob! waan kana dhagayi; dhaabadhuu maalalee Rabbii yaadi.
15
Rabbi akkamitti akka duumessa tooyatu, bakakkaa duumessa keessaan akkamitti akka hangaasisu beettaa?
16
Akkamitti akka duumessi wol qixxaayee deemu; hujii maalale'ee ka Waaqa beekkumsaan guutuu ta'ee beettaa?
17
Hennaa qilleensi gara kibbaa cadhisee, lafa irratti wonti tokkollee hin sochoone, uffanni kee si fuursa.
18
Samiiwwan akka uf argaa sibiila diimaa baffamee hojjatameetitti jabaate irraa hojjatame hennaa diriirsu, woliin diriirsuu hin dandeetta turee?
19
Sammuun keenna waan dukkana ta'eef hajaa keenna ibsachuu hin dandeennu; waan isaan jennu nutti himi.
20
Ani Rabbiin dubbadhuu jedhee gaafachu'uun maaf akka inni na balleessuuf isa kakkaasa?
21
«Amma qilleensi bubbisee haga duumessa qulqulleesseen maayessa namni ifa adu'uu ka samii irratti ifu laaluu danda'u hin jiru.
22
Karaa kaabaatiin ifni akka worqi'ii hin dhufa; Rabbillee gaachena sodaachisu ka maalale'eetiin mudhata.
23
Nu'u Waaqa waa mara danda'u arguu hin dandeennu; hunni isaa gudda'a; inni dhugaa murteessa.
24
Kanaaf worra yaada ufiitiin nu'u ogeeyyi'i jedhan waan tuffatuuf, namni maruu isa sodaata.»
← Chapter 36
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 38 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42