bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Job 28
Job 28
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 27
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 29 →
1
«Dhugamaan huleen albuunni birri'ii qotamee bawuu fi huleen worqii itti bassan hin jira.
2
Sibiilli lafa keessaa argama; sibiilli diimaanillee dhagaa irraa baffamee baya.
3
Namoonni dukkana balleessu'uun haga qilee lafa jalaa kutanii seenu'uun gara keessa gad fago'oo seenu'uun dukkana jaamaa keessa albuuda barbaadan.
4
Namni hulee jiraatu irraa fagaatee; lafa lutti namaa irra ijjatee hin beenne gaya; achitti boolla qilee qotan; haada irratti rarra'a'aa namaan adda bayanii hojjatan.
5
Lafti midhaan nyaataa baafti; keessi isi'ii ibiddaan gubamee ol gara gala.
6
Dhagaan «Saampeer» jedhamu ka gatii mi'a'aa dhagaa isi'ii keessatti argama. biyyee isi'ii keessattillee worqiin argama.
7
Karaa isi'ii cuungululleen hin beeku; Ijji rumichaallee hin argine.
8
Ijoolleen worra uf jajanii irra hin ijjanne; leenci darmiinillee karaa san irra hin lufne.
9
«Namni hennaa lafa qotu harka ufii dhagaa hoofii irra kaaya; gaarranillee hunde'ee gara galcha.
10
Dhagaa qarsa'aa baqassee karaa hulluuqaniin qopheessa; Albuuda dhagaa gatii gudda'aallee achi keessaa argata.
11
Burqaa bisaaii akka hin yaane ittisa; qabeenna lafa jalatti dhokatellee hin argata.
12
Eeganaa ogummaan eessatti argamti ree? Huleen hubanna'aa hoo eessa?
13
«Ogummaan lafa uumamni lubbuu qabu keessa jiraatu keessatti hin argamtu; Namni gatii isi'ii ka dhuga'aa beekullee hin argamu.
14
Garbi ‹na keessa hin jirtu› jedha. Galaannillee ‹na woliin hin jirtu.› jedha.
15
Ogummaan worqii qulqullu'uun hin bitamtu; gatiin isi'ii birri'itti hin bikkamu.
16
Ogummaan worqii oofirii, maraagidii fi mi'a gatii gudda'aa ka «Saampeer» jedhamu caalaa ta kabajjamte.
17
Worqi'ii fi uf argaan qulqullaayellee isi'itti hin bikkamu; meeshaa faaya worqi'iitiinillee hin jijjiiramtu.
18
Wonti kabajjamaan Elellaanii fi Meettiin ogumma'aan wolitti hin bikkaman; gatiin ogumma'aa mi'a gatii gudda'aatiillee oli.
19
Mi'a ‹Toophaaziyoon› jedhamu ka Itoophiya'aatiin wol hin qixxaayu; worqii misha'attillee hin bikkamu.
20
Eeganaa ogummaan eessaa dhufti ree? hubannaan hoo eessatti argamti?
21
Ija worra jiraatanii maraa afo'oo milixxeerti. Allaattiiwwan sami'ii jalaallee dhokatteerti.
22
Badiinii fi duuti; ‹Oduu isi'ii gurra keennaan dhageenneerra› jedhaniiran.
23
«Karaa gara isi'ii fiduu fi hulee isiin itti argamtu Rabbumatu beeka.
24
Inni daangaa lafaa hin laala; waan sami'ii gad jiru maraa hin arga.
25
Qilleensaa hennaa waan bikkuun qopheesse; garballee hennaa bikkitu'uun bikke,
26
Roobaaf seera, gigissa'aa fi bakakka'aallee hennaa karaa baase,
27
Hennaa san Rabbi ogummaa hin laale; madaalee kabajjeen; qoratee jabeesseen.
28
«Yoo san namaan ‹ogummaa jechuun Rabbiin sodaachu'u; hubannaa jechuun waan hamaa irraa fagaachu'u jechu'u› jedheen.»
← Chapter 27
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 29 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42