bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Job 23
Job 23
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 22
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 24 →
1
Iyyoob akkana jedhee deebise,
2
«Ammallee onneen kiyya ka gaddaa fi komii gudda'aan guuttame; mararamee booyullee harki isaa natti ulfaatteerti.
3
Hulee inni itti argamu uduu beekee mishaa ture. hulee inni jiraatullee uduu dhaqee;
4
silaa falmii kiyya dhiyeeffadhee; deebii falmii kiyyaa tartiibaan dhiyeeffadha.
5
Deebii inni naa deebisu silaa hin beeka ture; waan inni naan jedhullee silaa hin hubadha ture.
6
Rabbi hunna ufii gudda'aan natti murteessinnaa ree? wa'a; waan kiyya hin dhagaya.
7
Achitti namni qajeelaan isaan wol morma; Rabbi abbaan murti'ii kiyya baraa haga bara baraa bilisa na baasa.
8
«Garuu yoo gara baya biiftu'uu dhaqu achi hin jiru; yoo gara dhiyaallee deemu isa arguu hin dandeenne.
9
Inni gara kaabaatiin hujii ufii hojjata; ani garuu isa arguu hin dandeenne; gara kibbaallee yoo gara galu isa arguu hin dandeenne.
10
Inni deemsa kiyya maraa hin beeka; yoo na qoratellee ka akka worqi'ii qulqullaayeeru na arga.
11
Lutti tiyya karaa inni jaalatu irra deemti; mamee bita'aa fi mirga hin goru.
12
Ajaja isaa keessaa hin baane; dubbii isaallee garaa kiyya keessatti eegeera.
13
«Isumatu murteessa; ka isa mormu hin jiru inni waan jaalate maraa godha.
14
Waan na irratti karoorse maraa hin raawwata; karoora kana fakkaatu baay'ee qaba.
15
Kanaaf isa afoo dhaabachuun guddisee na sodaachisa; yoma waan kana yaaduu hin sodaadha.
16
Rabbi akka onneen tiyya shortu na godhe. Waandhi maraa danda'u na naasise.
17
Yoo hagam dukkanti ija tiyya golgitee; guddachuun dukkanaa dubbachuu na hin dhooggine.»
← Chapter 22
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 24 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42