bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Job 32
Job 32
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 31
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 33 →
1
Iyyoob, «Ani nama qajeela'a» jedhee waan yaada ufii irra dhaabateef namoonni sadiinuu dubbachuu dhiisan.
2
Elihuun gosa Kaaraamii Buuzaawichi ilma Baarki'eelii Rabbiin caalaa waan qajeelaa uf godheeruuf guddisee aaree Iyyoobiin lole.
3
Waan Iyyoobiin irratti murteessisiisu deebii gayaa waan hin arganneef Eelihu goshoota ufii sadiiniinillee hin lole.
4
Eelihu umuri'iin kaawwanii gadi waan ta'eef marti isaaniituu haga dubbatanii fixaniif koree ufiititti Iyyoobiin woliin dubbatu'uuf eega'aa ture.
5
Eelihu afaan namoota sadiin kanniinii keessaa deebii haga dhabe guddisee aaree lole.
6
Ilmi Buuzaawicha Baarki'eelii Eelihu akkana jedhee dubbate «Ani umuri'iin diqqa'a; isin garuu jaarsota; kanaaf sodaadhee beekkumsa kiyya ibsuu hin dandeenne.
7
‹Dura jaarsonni haa dubbatanii; ogummaa bara dheeraa argatan haa barsiisanii› jedhee ture.
8
Garuu nama keessa bulee ka ogummaa namaa kennu Hafuura Rabbiiti.
9
Jaaruun ogummaa namaa hin kennu; waan sirrii ta'e hubachu'uuf ka isaan gargaaru baay'inna umuri'iitii miti.
10
Kanaafuu na dhagayaa'a; anillee yaada kiyya isinii ibsaa,
11
«Ani dubbii keessan haga isin dubbattanii raawwattaniif obsaan isin eege. waan isin jecha bareechisa'aa dubbata'aa turtan sirri'itti isin dhagaye.
12
Akkasuma ani qalbi'iin isin caqase; kunoo isin keessaa namni Iyyoobiin ‹ati sirrii hin jirtu› jedheen; yookaan ka dubbii isaatiif deebii kenne hin jiru.
13
Isin «nu ogummaa arganneerra; nama uduu hin ta'in Rabbi haa mooyatu» hin jedhinaa'a.
14
Inni garuu dubbii ufii natti hin dubbanne; anillee akka isin dubbattanitti isaa hin deebisu.
15
«Isaan hin nayan, womaa hin deebifne waan dubbatan dhaban.
16
Eega isaan hin dubbanne sababa waan deebisan dhabanii dhaabataniif ani obsaan isaan eeguu na barbaachisaa ree?
17
Anillee waan dubbadhu qaba; waan beekullee hin ibsa.
18
Ani waan dubbadhu qaba; Hafuurri na keessa jirullee na tuttuqa.
19
Garaan kiyya dhoowu'uuf akka qalqala haarawa daadhii woyini'ii bokokeera.
20
Diqqoo akka naa bayu hin dubbadha; afaan kiyya banadhee deebisa.
21
Ani fuula laalee nama wol hin caalchisu eennuunillee hin shelu.
22
Ani nama shela'aa dubbachuu hin beeku. uduu waan akkas godhu ta'ee silaa uumaan kiyya dafee na adaba ture.
← Chapter 31
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 33 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42