bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Job 33
Job 33
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 32
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 34 →
1
« Iyyoob! waan ani jedhu dhagayi; jecha kiyya maraa sirri'itti dhagayi.
2
Kunoo ani amma afaan kiyya hin banadha; arraba kiyyaanillee hin dubbadha.
3
Dubbiin kiyya qajeellinna garaa kiyyaa keessaa baya; arrabni kiyya dhugaa dubbata.
4
Hafuurri Rabbii na uume; Hafuurri Waaqa waa mara danda'uu jireenna naa kenne.
5
«Waan dubbattu qopheeffadhuu na afoo dhaabadhu; yoo dandeette naa deebisi.
6
Kunoo ani Rabbiin afo'otti akkuma keeti; anillee biyyee irraa uumame.
7
Ana sodaachuu si hin barbaachisu; miidhaa si irra geessuu hin danda'u.
8
«Dhugamaan waan ati dubbata'aa turte maraa dhagayeera; dubbii afaan keetii bayullee caqaseera.
9
Ati ‹Ani qulqullu'u, yakka, muda'aa fi cubbuullee hin qabu› jetteerta.
10
‹Rabbi garuu sababa na irra barbaada; akka diinaatitti na laakkaya;
11
Luka kiyya gudeelcha lamaan jiddu'utti galchee duudhatee na qabeera, karaa ani deemu maratti na laala› jetteerta.
12
«Iyyoob! ati waan kana irratti akka sirrii hin jirre sitti hima; Rabbi nama caalaa gudda'a.
13
Ati ‹Rabbi dubbii namaa hin deebisu jettee maaf isaan wol mormita?
14
Namni hin hubatu; Rabbi garuu karaa gara garaatiin dubbata.
15
Halkan namoonni uduu siree ufii irra jiran, uduu hirriba oo'aa rafaniiran, Rabbi eebju'uu fi manaabaan isaanitti dubbata.
16
Hennaa san gurra isaanii banee; akka dubbii isaa dhagayan taasisa; uf eegganno'oon isaan naasisa.
17
Nama hujii hamaa irraa deebisa, uf jajuu irraa balleessa;
18
Lubbuu isaa boolla irraa, jireenni isaallee billawaan akka hin banne eega.
19
Yookaan siree irratti dhibe'een adaba; lafee isaa maraa hin hadoocha.
20
yoo san jireenni isaa buddeena; lubbuun isaallee nyaata mi'aayaa jibbiti.
21
Sababaa huqqateef foon isaa dhumatee lafeen isaa ol bayee mudhata.
22
Jireenni isaa darbee lubbuun isaa worra du'anitti eda'amu'uuf dhiyaatteerti.
23
«Maleekkota Rabbii ka kumaatamatti laakkayaman ka karaa sirrii namatti mudhisan keessaa tokkochi gara isaa dhufee isa gargaaruu danda'a;
24
Maleekkichillee garaa laafeefii ‹Ka isa furu waan argeef gara awwaalaa akka hin buune dhiisiin!› jedhee du'a ajaja.
25
Kanaafuu foon isaa akka nafa ijoolle'eetitti haarawoomee gara dargaggummaa ufiititti deebi'a.
26
Hennaa san Rabbiin kadhata; Rabbi kadhaa isaa hin dhagaya; fuula ufiillee gammachu'uun itti mudhisa; qajeellummaa ufiitiif gatii isaa kaffala.
27
Innillee namoota afo'otti, ‹ani yakkeera; waan qajeelaallee dabseera; Rabbi garuu balleessaa kiyya natti hin laakkofne;
28
akka ani gara boollaa hin buune na oolcheera; jireenni kiyyallee ifa arga.› jedha'aa faarfata.
29
«Rabbi waan kanniin maraa deddeebisee namaa godha.
30
Ifa jireennaa akka arguuf lubbuu isaa deebisee boolla keessaa baasa.
31
«Iyyoobi! Ani hin dubbadhaa ati cadhisi waan ani sitti himu qalbi'iin caqas.
32
Yoo waan jettu qabaatte naa deebisi; waan sirrii ta'e beekuu barbaadaa dubbadhu.
33
Yookaan cadhisii na dhagayi; anillee ogummaa si barsiisaa.»
← Chapter 32
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 34 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42