bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Job 3
Job 3
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 2
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 4 →
1
Kanaan maayessa Iyyoob afaan banatee guyyaa itti dhalate abaare.
2
Iyyoob deebi'ee akkana jedhe.
3
«Guyyaan itti dhaladhe sun haa badu! halkan ilmi dhiiraa gadaamessa keessa taa'e jedhame sun;
4
Guyyaan sun dukkana haa ta'u; Rabbi olii isa hin laalin, Ifnillee isa irratti hin ifin.
5
Dukkanniinii fi gaaddidduun du'aa qabeenna ufii haa godhatuu. duumessi isa irra haa ta'u; dukkanni guyya'aa maruu isa haa sodaachisu.
6
Halkan san dukkanni haa qabu; guyyoota wogga'aa keessatti hin laakkayamin; ji'oota keessatti hin yaadatamin.
7
Halkan sun dhabaa haa ta'u; ililtaan isa keessatti hin dhagayamin.
8
Worri guyyaa abaaran; worri Leewaataaniin kaasu'uuf qophaayanillee halkan san haa abaaran.
9
Bakkalchan halkan san bayan haa dukkanaayan; ifa eeggatu haa dhabuu; biiftuun ganamaa isa irratti hin bayin.
10
Balbala gadaamessa haadha tiyyaa waan na irratti hin cufneef, rakkinna kiyyallee na afo'oo waan hin dhossineef.
11
«Maal uduu hennaa dhaladhu san badee! maal uduu akkuma gara'aa bu'een du'ee!
12
Gudeenni haadha tiyyaa, harmi ani hodhe maaf argaman?
13
silaa ani nagayaan ciisa; rafee hara baafadha ture.
14
Mootota lafaa ka waan diiggamee mudhatu deebisanii ufiif ijaaratanii fi gorsitoota woliin,
15
Yookaan worra mana ufii qarshi'iin guutan ajajoota worqii qaban woliin silaa hara baafadha ture.
16
Yookaan maal uduu akka rimaya garaa keessatti du'ee; maal uduu akka daa'ima ifa hin arginee ta'ee jiraadhee?
17
yoo san silaa worri hammeeyyiin gooluu dhiisan; hennaa san worri dadhabanillee achitti hara baafatan.
18
Worri booji'amellee nagaya argatan; laagaa aari'ii ka worra isaan hujjisiisanii dhagayuu jalaa bilisa ta'an.
19
Namoonni didiqqaanii fi gugurdaan tokkumma'aan argaman; garboonni gooftota ufii jalaa bilisa bayan.
20
«Worra dhiphinna keessa jiraniif ifa; worri jireenni isaanii gaddaa fi hadha'aan guuttame maaf lubbu'uun jiraatan?
21
Worra du'a hawwaniif, worra qabeenna dhokate caalaa barbaadanii hin arganneef maaf jireenni kennama?
22
Worra hennaa gara awwaalaa deeman gammachuun isaanitti dhagayamuu, maaf jireenni kennamaaf?
23
Nama karaan jalaa dhokateef Nama Rabbi kaloo itti kalee maaf jireenni kennamaaf?
24
Booyichi dhiyana naa ta'e, woyachuun kiyyallee akkuma bisaaniititti dhangala'a.
25
Wonti ani sodaadhe na irra gaye, wonti na naasisullee natti dhufeera.
26
keessi kiyya waan na raafameeruuf, nagaya, tasgabbi'ii fi hara baafata hin qabu.»
← Chapter 2
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 4 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42