bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Job 36
Job 36
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 35
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 37 →
1
Eelihu ammallee akkana jedhe,
2
«Ammallee waan Rabbii waan dubbadhu waan qabuuf, sitti himaa diqqoo naa obsi.
3
Beekkumsa Rabbiin irraa argadheen; Rabbi uumaan kiyya akka dhugaa ta'e ibsa.
4
Dubbiin kiyya soba uf keessaa hin qabu; ani ka si woliin dubbadhu beekkumsa guutuu akka qabu beeki.
5
«Dhugamaan Rabbi jaba'a; eennuunillee hin tuffatu; Inni hubannaa ufiitiin jaba'a.
6
Inni hammeeyyii akka jiraatan hin godhu; worra rakkatanii garuu haqaan murteessa.
7
Ija ufii qajeellota irraa hin fageessu, akka moototaatitti teessoo irra isaan kaaya; bara haga bara baraa isaan kabajja.
8
Garuu namoonni uduu haada sibiilaatiin hidhamanii; yookaan uduu siiboo rakko'ootiin qabamanii,
9
Cubbuu isaan uf jaju'uun hojjatan ifa jalaa baasa.
10
Gurra isaanii akka gorsa isaa dhagayan banaaf; akka cubbuu irraa deebi'an isaan ajaja.
11
Isaan uduu isa dhagayanii tajaajilaniinii; umurii ufii misoomaan, bara isaanii ka hafellee qanani'iin fixatan.
12
Yoo dhagayuu baatan garuu guraade'een dhumatan; wollaala ufiitiin dhuman.
13
«Worri Rabbiin irraa fagaatan hennaa maraa lola'aa jiraatan; yoma Inni isaan adabuu aagii galu'uuf hin kadhatan.
14
Uduu daa'imumma'aan jiran du'an. jireenni isaanii worra dhiira dhiira fafeessu keessatti bada.
15
Rakkataa rakkoo keessaa baasa; rakkoo isaan irra gayeenillee isaan barsiisa.
16
«Amma wonti Rabbi fedhu, rakkoo afaan sitti banu keessaa, gara hulee badhaa rakkinni hin jirree, gara hulee nyaanni filatamaan jiruutitti si baasa.
17
Amma garuu waan murtiin worra hammeeyyi'ii sitti murteeffameef, adabbii si barbaachisu fudhata'aarta.
18
Eennullee qabeenna guddaa qabuun si hin sobin; gabbarsuu sii kennu'uunillee akka karaa irraa si hin dabsine uf eegi.
19
Qabeenna qabaachuun keetii fi jabeenni hunna keetii maruu rakkoo malee akka jiraattu si gargaaraa?
20
Hennaan baniin hulee ufiitii badan; guyyaan dukkanaa akka dhufu hin hawwin.
21
Wonti rakko'oon qorama'aartuuf sababaa kanaaf waan ta'eef deebitee waan hamaa hojjachuu irraa uf eegi.
22
Rabbi hunna ufiitiin waan guddaa godha; barsiisaan akka Isaa eennu?
23
‹Waan kana godhi› jedhee ka isa ajaju; yookaan, ‹waan hamaa hojjatteerta› jedhee ka isa himatu eennu?
24
Akkuma namoonni hennaa maraa hujii inni hojjatuuf faaru'uun isa galatoonfatan, atillee waan hujii isaatiif faaru'uun galatoonfadhu.
25
Namoonni maruu hujii isaa arganiiran. worri fago'oollee arganiiraniin.
26
Rabbi gudda'a; nu garuu isa hin beennu; laakkobsi bara isaallee hin qoratamu.
27
«Rabbi bisaan galaana irraa ol harkisa; samii irraallee rooba roobsa.
28
Duumessa irraa rooba coccobsa. baay'innaan namootaa rooba.
29
Wolitti guuramuu duumessaa, gigissaa keessaan attamitti akka dubbatu ka hubatu eennu?
30
Inni naannoo ufiititti ifa hangaasu'uu diriirsa; gad fageenna galaanaallee hin golga.
31
Akkaataa kanaan Rabbi banii maraa bulcha; nyaatallee guddisee isaanii kenna.
32
Inni bakakkaa harkaan qabatee; hulee barbaadetti gad dhiisa.
33
Gigissa'aan rooba guddaa dhufu mudhisa; bineensonnillee kirfaffuun akka dhufu hin beekan.
← Chapter 35
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 37 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42