bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Job 21
Job 21
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 20
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 22 →
1
Iyyoobillee akkana jedhee deebise,
2
«Dhagayaa'a! jecha kiyya dhagayaa'a! kun jajjabeenna isin naa kennitan haa ta'uu.
3
Akka dubbadhu na dhiisaa'a. haga ani dubbadheen maayessa baldaa'a.
4
«Ani dhugamaan komii kiyyaa namatti himadhaa? obsa fixachuun kiyya maal nama maalalchiisa?
5
Gara kiyya laala'aa maalalfadhaa'a; harka keessan afaan irra kaayadhaa'a.
6
Ani yoo waan kana dhudhumu na naasisa; nafti kiyyallee soda'aan hollata.
7
«Cubbamtoonni maaf lubbu'uun jiraatan? maaf gayanii jaaran? maaf jajjabaata'aa deeman?
8
Ijoolle'ee fi fiixaan ijoollee isaanii guddatanii qanani'anii isaan afoo jiraata'aaran
9
Manni isaanii amanamee sodaa tokko malee jiraata; uleen Rabbii isaan irra gayee hin beeku.
10
Loon isaanii rakkoo tokko malee horan; sa'ooleen isaaniillee hin dhalan malee gara'aa hin gatan.
11
Ijoollee ufii akka tika hoolotaatitti yaasan. daa'imman isaaniillee hin burraaqan.
12
Dibbe'ee fi masiinqoo qabatanii faarfatan. xurumbaa afuufa'aa gammadan.
13
Umurii ufii qanani'iin fixan. dimmaa gara ibidda asaabaa bu'an.
14
«Rabbiin ‹nu karaa kee beekuu hin feenuu, nu irraa fagaadhu› jedhaniin.
15
‹Akka isa Waaqeffannu Waandhi maraa danda'u eennu? yookaan isa yoo kadhanne maal nu fayyada?› jedhan.
16
Kunoo qabeenni harkuma isaanii keessa jiraamii? gorsi worra cubbama'aa na irraa fago'o; ani marii worra hammeeyyi'ii hin fudhadhu.
17
«Ibsaan namoota hammeeyyi'ii dhaamee beekaa? balaan hoo isaan irratti bu'ee beekaa? Rabbi lola ufiitiin isaan adabee beekaa?
18
Qilleensa afo'otti akka bura'aa; akka daaraa bubbeen fudhatee lixuu hennaa meeqa ta'an?
19
«Isin ‹Rabbi yakka abbootaatiif ijoollee adaba› jettan. amma mee Rabbi cubbamtoota matama isaaniituu haa adabuu; yoo kana ta'e yakkamtoota ta'uu ufii hin beekan.
20
Cubbamtoonni yakkuma ufii hojjataniin adabbii ufii haa fudhatanii; Waandhi maraa danda'u lola ufiitiin isaan haa dhayu.
21
Namni haga du'een maayessa; ijoollee ufiitii maal godhuu danda'a?
22
Rabbii worra uf jajanitti murteessu, dhugamaan namni beekkumsa isa barsiisaa?
23
«Namoonni tokko tokko haga dhuma jireenna isaanii uduu rakkoon tokko isaan irra hin geenne hunnaa fi fayyaa uduu qaban;
24
Nafti isaanii uduu furdatee bareedu; lafee isaanii keessallee uduu dhunni jiru du'an.
25
Gariin garuu jireenna hadhaayaa keessaa uduu hin baane; waan mishaallee uduu hin arganne du'an.
26
Maruu du'anii awwaalamanii biyyee ta'an; raammoon isaanitti nam'a.
27
«Yaada keessan; marii hamaa isin natti mari'attanillee beekeera.
28
Isin, ‹Manni nama gudda'aa sun eessa jira? manni nama hama'aa sun hoo garam?› jettan.
29
Araata karaa deemu hin gaafannee? ragaa isaan dubbatan hoo hin fudhattanii?
30
Worri hammeeyyiin sunniin ‹hennaa balaan dhufu miidhaan isaan irra hin gawu; lolli Rabbii hennaa dhufe jalaa bayan› jedha'aa dubbataniiran.
31
Nama hamaa waan amala badaa isaatiif ka isaan lolu eennu? hujii badaa isaatiif hoo ka isa adabu eennu?
32
Hennaa du'e reeffa isaa awwaalu'uuf deemaniin. awwaalli isaallee hin eeggama.
33
Biyyeen dhooqa keessa jiru itti mi'aaya. namoonni maruu isa faanaa deeman. baniin gudda'atu isa afoo deema.
34
«Eeganaa isin dubbii duwwa'aan na jajjabeessu'uuf maaf badaddan? deebiin isin naa deebiftan maruu soba.»
← Chapter 20
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 22 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42