bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Job 6
Job 6
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 5
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 7 →
1
Kanaan maayessa Iyyoob deebisee akkana jedhe,
2
«Maal gaddi kiyya uduu madaalamee jiraatee! maal uduu rakkoon kiyya maruu laallamee jiraatee!
3
silaa xindhacha galaanaa caalaa ulfaata ture; kanaaf dubbiin kiyya ka aari'ii si maalalchiisuu hin qabu.
4
Waandhi waa mara danda'u buundheewwan ufiitiin na woraaneera. hadhaan sun hafuura kiyya keessaa baya; balaan Rabbii ka nama naasisu na marseera.
5
Dhugamaan Harreen diidaa uduu margi jiru hin iyyaa? yookaan sangaan uduu buraa qabu hin baroodaa?
6
Nyaanni hin mi'oofne sooqidda malee hin nyaattamaa? yookaan bisaan kalle'ee adiin hin mi'aayaa?
7
Nyaata akkanaa kana tuquu hin jibba; yoo nyaadhellee fayyaa na dhoogga.
8
«Maal uduu kadhaan kiyya naa dhagayamee! Maal Rabbillee uduu hawwii kiyya naa kennee!
9
Kana maraa irra fedha isaa ta'ee uduu na caccabsee! Harka ufiillee diriirsee uduu na balleessee! kun silaa anaaf jajjabeenna kenna.
10
Ani yoomiinuu dubbii woyyichaa waan hin waakkanneef, yoo hagamillee dhibeen natti baay'ate, gammachu'uun utaala ture.
11
Ani ammaa achi abdii maal qaba? obsaan eeggachu'uuf humna eessaa fida?
12
Ani humna akka dhaga'aa qabaa? nafni kiyya akka sibiila diima'aa hin jabaataa?
13
Uf gargaaru'uuf humna hin qabu, Humni ani qabu maruu na irraa fudhatameera.
14
«Namni amanamummaa goshoo ufiitiif qabu balleessu, nama sodaa Rabbii dhiise.
15
Obboleeyyan tiyya garuu hin amanaman; isaan akka lolaa lola'ee goguutii fi akka laggiin hin amansiifneeti.
16
Isaan akka laga qorri irratti bu'ee booreessuu, akka baradaa baqeen ol tuulamuuti.
17
Ji'oota bonaa garuu hin gogan. Laggiinillee goganii duwwaa ta'an.
18
Daldaltoonni horii fe'a'aa oofanii karaa san irra lufan, bisaan barbaadu'uuf gammoojjii keessa badan.
19
Daldaltoonni Teemaa bisaan barbaadan; Imaltuun Saaba'aallee isaan abdatan.
20
Abdii isaan godhatan garuu hin saalfatan, hennaa achi gayan hin qaanayan.
21
Amma isinillee anaaf akkasuma taataniirtan; rakkoo kiyya laaltanii sodaattan.
22
Ani amma «waan tokko naa fidaa'a, yookaan durummaa keessan irraa liqaa naa kaffalaa'a,
23
yookaan harka diina kiyyaatii na buusaa'a; yookaan harka diinaatii na furaa'a» isiniin jedhee?
24
«Isin na barsiisaa'a ani hin cadhisaa; waan dogoggorellee natti himaa'a.
25
Dubbiin qajeellumma'aa akkam jabaata! yakka na irra barbaaduun keessan bu'aa maal qaba?
26
Isin dubbii ani dubbadheef na teedeffachuu barbaaddanii? Dubbii nama abdii hin qabnee akka qilleensaatitti laakkoftanii ree?
27
Worra abbaan irra hin jirre garboonfachuu barbaaddan; fira keessaniillee boolla qottan.
28
Amma yabo'oo gara kiyya laalaa'a; isin afo'otti soba hin dubbadhu.
29
yakka akka hin taane yabo'oo deebi'aa'a. karaa irraa hin badinaa'a ani ammumaa dhugaa qabaa as deebi'aa'a.
30
Arrabni kiyya daba dubbateeraa? afaan kiyya dubbii ta'uu fi dubbii hin taane gara gara baasuu hin danda'uu?
← Chapter 5
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 7 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42