bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Job 4
Job 4
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 3
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 5 →
1
Eelfaaziin biyya Teemaanii deebisee akkana jedhe.
2
«Iyyoob! namni tokko uduu uggee si woliin qaaqee obsaan caqaftaafii? ta'ullee eentu sitti dubbachuu dhiisa ree?
3
Ati dur namoota baay'ee akka barsiisa'aa turte qaabadhu; harka dadhabe qabdee jabeessa'aa turte.
4
Dubbiin kee worra gufatanii gatantaran ol qaba'aa ture worra jilbi isaanii hollatellee jabeessa'aa turte.
5
Amma garuu rakkoon waan sitti dhufeef obsa dhabdeerta, waan rakkoon sitti jabaateef abdii kutatteerta.
6
Waaqa kee sodaatu'uun jajjabaachuun, karaan qajeellumma'aa abdii keetii mii?
7
Yabo'ootii mee yaadi; namni qulqulluu ta'ee bade eennu? namni garaan isaa qajeelaa ta'ee bade eennu?
8
Ani akka argetti worri cubbuu qotan, worri rakkoo facaasan, woma kana haamatan.
9
Isaan Hafuura Rabbiitiin badan Aarii lola isaatiin badan.
10
Leenci hin aada, leenci sodaachisaan hin gururi'a, ta'ullee ilkaan leenca darmi'ii caccabeera.
11
Leenci jabaan waan dhadhoolee nyaatu yoo dhabe hin du'a; Ilmooleen isi'iillee hin bittinnaayan.
12
Ani dhossa'aan dhaamsa dhagaye; Gurri kiyyallee hasaassii isaa dhagaye.
13
Eebjuu halkaniitiin hennaa yaanni namatti dhufu; Hirribni ulfaataanillee hennaa namatti bu'u;
14
Soda'aa fi naasuun na qabee; lafee tiyya maraa akka hollatan godhe.
15
Hafuurri na afoo lufe; sababaa naasu'uutiif rifeensi nafa kiyyaa kakka'e.
16
Inni ammumaa dhaabata'aara, bifa isaa garuu adda baasuu dadhabe; wonti woyii ija kiyya afoo ture; hulee laagaan hin dhagayamnee laagaa akkana jedhu dhagaye,
17
‹Dhugama ilmi namaa Rabbiin afo'otti qajeelaa ta'u'uuf yookaan namni uumaa ufii afo'otti qulqullaayuu danda'aa?
18
Rabbi garboota ufii yoo ka hin abdanne ta'e; maleekkonnillee dogoggora ufiitiin yoo ka masifataman ta'e
19
Eeganaa worri mana dhoqqe'ee keessa jiraatan; worri hundeen isaanii biyyee irra ta'e, worri uduu xiinxanaan hin nyaanne shaman maal haa ta'an?
20
Jidduu ganamaa fi galgalaatitti hin bututan; Uduu eennullee hin qaabanne baraa haga bara baraa badan.
21
Akka daasee haanni isaa buqqa'eetitti, ogummaa malee du'an.›
← Chapter 3
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 5 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42