bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Job 38
Job 38
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 37
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 39 →
1
Kanaan maayessa Rabbi haboonbolattii keessa ta'ee Iyyoobii akkana jedhee deebise,
2
«Dubbii beekkumsa malee dubbatamu kanaan ka gorsa kiyya salphisu eennu?
3
Eeganaa akka dhiiraa mudhii kee hidhadhu, mee si gaafadhaa atillee naa deebisi.
4
Hennaa ani ardii uumu ati eessa turte? waan qaabattuu fi waan beettu yoo ta'e dubbadhu.
5
Haga ardiin geettu ka bikke eennu? ka isii irratti haada bikkaniin diriirse, eennuun akka ta'e hin beettaa?
6
Hundeewwan isi'ii maal irra dhaabate? dhagaa roga isi'ii eentu dhaabe? Urjiiwwan bari'ii hennaa woliin faarfatan; hennaa maleekkonni maruu ililfatan ati eessa turte?
8
Hennaa galaanni lafa keessaa dhooyee burqe; ka balbala itti cufe eennu?
9
Hennaa ani duumessa uffata isaa, duumessa dukkanaayaallee marata isaa godhe,
10
galaanatti daangaa; balbalaa fi loosaallee natu itti godhe.
11
Haga asii hin dhufta! garuu as hin luftu! dambaliin kee jabaanillee asumatti haa dhaabatuu ka jedhe ana.
12
Iyyoob! bara jireenna keetii sirima bariisaa ajajjee beettaa? gagaarrinna lafaa akka hulee qabatu gooteertaa?
13
bariisaan ardii irratti akka ifa argisiisu; namoota hammeeyyii lafa itti dhokatanii raasee akka facaasu; ajaja kennitee beettaa?
14
Ifti ganamaa tullootaa fi dhooqota; akka uffata dachaafameetitti dhaabatanii akka mudhatan godha; akka chaappaa faara irra jiruutitti ifa godhee mudhisa.
15
Hammeeyyii ifni jalaa fudhatameera; irreen isaanii ka ol jedhellee cabeera.
16
«Ati xiillaa galaanaa keessa seenteertaa? garba ciisaa keessa deddeemteertaa?
17
Balballi du'aa sitti mudhateeraa? gaaddisa balbala du'aa hoo argiteertaa?
18
Ardiin tun hagam badhoo akka taate hubatteertaa? yoo maraa beettee jiraatte natti himi.
19
«Karaan gara ifaa geessu kam? huleen dukkanti jiraattu eessa?
20
Gara hulee isaan jiraatanii geessuu dandeettaa? karaa hulee isaan jiraatanii beettaa?
21
Hennaa san waan dhalattee jirtuuf, laakkobsi umurii keetiillee baay'ee waan ta'eef, dhugamaan ati beekuu hin dhabdu.
22
«Gara mana baradaan itti kuufamuu seenteertaa? hulee baradaa itti wolitti qaban argiteertaa?
23
Baradaan kun ka hennaa ani lolaa, woraanaa fi ka hennaa rakko'oo itti fayyadamu'uuf kaayadhe.
24
Karaan gara hulee ifti itti falaqqisuu fidu eessa? yookaan qilleensi gara baya biiftu'uu ka lafa irra bubbisu eessaa ka'a?
25
«Eentu karaa roobni bu'uun qopheesse? eentu kirfaffuu gigissaan keessa jiruuf karaa qopheesse? akka marga margisiisuuf;
26
ardii womaa irra hin jirre irratti, lafa gammoojji'ii namni irra hin jirre irratti akka rooba roobsu;
27
lafa duwwa'aa fi gammoojjii ka quubsu; akka margi itti margu ka godhu eennu?
28
Roobni abbaa qabaa? coccopha fixeensaa hoo eentu fudhate?
29
Baradaa eentu argamsiise? hurrii sami'ii hoo?
30
Qorri bisaan akka dhaga'aatitti jabeessa; hundee galaanaallee akka barada'aatitti iticha.
31
«Urjiiwwan torban hidhuu dandeettaa? yookaan urjii «Ooriyoon» jedhamu hiikuu dandeettaa?
32
Yookaan urjii «Maazaaroot» jedhaman hennaa isaaniititti yookaan urjii bineensa «Doobbaa» jedhamu fakkaatu ijoollee isaa woliin karaa itti mudhisuu dandeettaa?
33
Seera Samiiwwan ittiin bulan beettaa? seera kana ardii irratti akka ittiin bulan godhuu dandeettaa?
34
«Lolaan bisaanii akka si liqimsuuf laagaa kee ol fuutee duumessatti dubbachuu dandeettaa?
35
Bakakkaan ajaja keetiin mandi'aa?
36
Isa keessa ka ogummaa kaaye, onnee namaa keessallee ka qaabii kaaye eennu?
37
Biyyeen yoo jabaatu; ka jabaate yoo wol qabatu;
38
Ka duumessa sami'ii laakkayu'uuf ogummaa qabu eennu? waabaa bisaanii ka sami'ii eentu gad qaba?
39
Leencan bosona keessatti riphaniiran; dhadhooltee nyaachisuu dandeettaa? ilmoolee isi'ii ta beelofte hoo quubsuu dandeettaa?
40
isaan goda keessatti riphan; bosona keessallee hin ciisan;
41
hennaa ilmooleen isi'ii Rabbitti iyyatan; yoo waan nyaatan dhabanii raatayan; harraagessaa ka nyaata kennu eennu?
← Chapter 37
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 39 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42