bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Job 17
Job 17
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 16
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 18 →
1
«Hafuurri kiyya dadhabeera, barri jireenna kiyyaa dhumatuu gayeera. Awwaallillee naa qophaayeera.
2
Worri natti baldan na marsan; Ijji tiyyallee jibba isaanii arga'aarti.
3
Waandhana! si caalaa namni naa dhaabatu waan hin jirreef, atinuu wobii naa ta'i.
4
Isaan qoratanii hubachuu akka hin dandeenne sammuu isaanii cufteerta. kanaafuu akka mooyicha argatan isaan hin taasisin.
5
Namni horii argachu'uuf jedhee goshoo ufii dabarsee kennu, hammeenni sun ijoollee isaa irra gaya.
6
Rabbi akka baniin natti kolfu na taasise; akka nama namni fuulatti tufuu ta'e.
7
Ijji tiyya sababaa gaddaatiin arguu dadhabde; nafni kiyyallee akka gaaddiddu'uu ta'e.
8
Worri dhugaa dubbatan waan kana nayaniiran. qulqulloonni worra Rabbitti hin amannetti aaran.
9
Qulqulloonni garuu karaa dhuga'aa irraa hin goran namni harki isaa qulqulluu ta'e hunna eda'ata'aa deema.
10
Isin maruu uduu deebitanii gara kiyya dhuftanii na mormitanii, isin keessaa nama waa hubatu tokkollee hin argu.
11
«Barri kiyya ka jireennaa dhumateera; yaanni kiyyaa fi karoorri kiyya duwwaa ta'ee hafe.
12
Halkan gara guyya'aa jijjiirama. Ifnillee waan gara dukkanaa dhiyaate isaanitti fakkaata.
13
Hireen ani ammaa achi qabu worra du'etti makamu'u, dukkana san keessatti afaa tiyya afadha.
14
Awwaalaan ‹ati abbaa kiyya› jedhee waama; Raammoo na nyaataniinillee ‹isin haadha tiyya, obboleettii tiyyalle'e› isaaniin jedha.
15
Kanaafuu ani abdii maal qaba? eentu abdii naa ta'a?
16
Yoo ani gara ibidda asaabaa gad bu'u abdiin na woliin gad bu'aa? woliin gara awwaalaa gad buunaa?»
← Chapter 16
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 18 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42