bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Job 26
Job 26
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 25
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 27 →
1
Iyyoobillee akkana jedhee deebise,
2
«Kana dubbachuu keetiin dadhabaa waan gargaarte seetaa? irree jabeenna hin qabne hagam oolchite?
3
Ka ogummaa hin qabne hagam gorsite! beekkumsa baay'ee hagam ibsiteef!
4
Akka dubbii kana dubbattu eentu si gargaare? Hafuura eennuutitu si dadammasse?
5
«Ekeraan worra du'anii galaana jalatti; worra achi jiraatan woliin rom'a'aarana.
6
Huleen ibidda asaabaa ka cubbamtoonni du'an jiran Rabbiin afo'otti addaata'a; wonti isii golgu hin jiru.
7
Rabbi Samii gara kaabaa bakka duwwaa irra diriirse; lafallee hulee duwwaa irratti diriirse.
8
Rabbi duumessi akka bisaan qabatu godhe; sababaa guddinna bisaaniitiin duumessi hin tarsaane.
9
Duumessa diriirsee; afoo teessoo ufii dhossa.
10
Ifaa fi dukkana gara gara baasu'uuf; galaana irratti daangaa badhifate.
11
Hennaa Inni lolu utubaawwan sami'ii nayanii hollatan; sababaa aarii isaatiin raafaman.
12
Hunna ufiitiin galaana cadhisiisa; ogummaa ufiitiin bineensa guddaa ra'aab jedhamu balleessa.
13
Hafuura isaatiin samiiwwan bareedan; harki isaa bofa filliidamaa woraane.
14
Kunniin maruu waan Rabbi hojjate keessaa hago'o; wontummaan dhageennullee hasaassima isaa calla'a. hunna gigissaa isaa eennutu hubatuu danda'a?»
← Chapter 25
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 27 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42