bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Job 12
Job 12
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 11
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 13 →
1
Iyyoobi akkana jedhee deebise;
2
«Dhugama isin baay'ee qaro'o; hennaa duutan ogummaan waan isin woliin du'u isinitti fakkaata!
3
Garuu anillee akkuma keessan hubannaa qaba. ani isinii gadii miti. waan akkanaa kana ka hin beenne eennu?
4
Ani maqaa Rabbii waame, innillee naa deebise, amma garuu ani nama goshoonni itti baldan ta'eera, ani namni dogoggora hin qabne qajeelaan nama baldaa ta'eera.
5
Nama rakkinni irra hin geenne biratti, rakkoo nama rakkata'aa tuffatuun salpha'a; isin garuu nama kufu'uuf gatantaru darbitan,
6
Manniin worra saamtotaa nagayaan jiraata; worri Rabbiin tuttuqee aarsu, worri hunna ufii akka Waaqaatitti laaluu naasuu malee jiraatan.
7
«Mee busaayaa gaafadhu si barsiisanii; allaattiiwwan sami'iillee gaafadhu sitti himanii.
8
yookaan ardi'itti dubbadhu isiin si barsiiftii; qurxummiiwwan galaanaallee sitti himanii;
9
Kanniin maraa keessaa akka harki Rabbii hojjate ka hin beenne eennu?
10
Lubbuun uumama maraatii fi, hafuurri nama maraatuu harka Rabbii keessa jira.
11
Akkuma arrabni midhaan dhandhamee beeku; gurrillee dubbii adda fooyaa mii?
12
«Jaarruma keessa ogummaan, umurii dheerinna keessa hubannaan argama.
13
Rabbi ogumma'aa fi hunna qaba. gorsinii fi hubannaanillee isa biraa argama.
14
Waan Rabbi diige eennullee deebisee ijaaruu hin danda'u, waan Rabbi hidhe eennullee hiikuu hin danda'u.
15
Rabbi yoo rooba dhoogge lafti hin goddi; yoo rooba roobse lolaan lafa irra gara gala.
16
Hunninii fi ogummaan ka isaati; ka gowwoomuu fi ka gowwoomsullee baallii isaa jala jira.
17
Inni worra nama gorsu ogummaa dhabsiisa, worra banii bulchu gowwoota taasisa.
18
Inni mootota teessoo isaanii irraa isaan buusa; mudhii isaaniillee sabbataan hidha.
19
Gadoota baallii irraa mulqee isaan ari'a; worra baallii qabanillee baallii irraa isaan buusa.
20
Namoota amanaman hin cadhisiisa. jaarsotallee hubannaa dhooggata.
21
Qondaaltota hin qaanessa. hunna jajjabootaallee hin balleessa.
22
Waan dukkana keessatti dhokate ifa baasa, dukkana jaamaa ifatti jijjiira.
23
Banii ol ol isaan qaba; isaan balleessalle'e. banii hin badhisa; hin bittinneessalle'e.
24
Bulchoota adunya'aa jalaa hubannoo fudhata; gammoojjii karaa hin qabne keessatti isaan dhamaasa.
25
Ifa dhabanii dukkana keessatti dhama'an; akka nama machaayee gatantaran.
← Chapter 11
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 13 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42