bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Genesis 10
Genesis 10
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 9
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 11 →
1
Horteen ijoollee Noohii Seemi, Kaamii fi Yaafeetiin fa'a; bisaan badi'iitiin maayessa ijoolleen isaanii dhalatan.
2
Ijoolleen Yaafeetii Gaameer, Maagoog, Maadee, Yaawaan, Toobeel, Moosaa fi Teeraasiin fa'a.
3
Ijoolleen Gaameerii Askanaaz, Riifaatii fi Teergaamaa fa'a.
4
Ijoolleen Yaawaanii Eliisaa, Tarsees, Kitiimii fi Roodiin fa'a.
5
Kanniin maraa keessaa gara hulee bisaaniin marfamte ta orma maraa, gara lafa isaanii akka afaan isaaniitiin, akka gosa isaaniitii fi akka banii isaaniitiin qoqqoodamanii jiraata'aa turan.
6
Ijoolleen Kaamii Kuush, Mitsiraayim, Fuuxii fi Kana'aaniin fa'a.
7
Ijoolleen Kuushii Saabaa, Ewulaax, Sabtaa, Raa'ima'aa fi Sabaqaataa fa'a; ijoolleen Raa'ima'aa Saabaa fi Didaaniin fa'a.
8
Kuush Naamruudiin uumate; inni lafa irratti janna ta'e.
9
Waan Rabbi janna dhadhooltuu isa taasiseef «Janna dhadhooltuu akka Naamruudii» jedhame.
10
Biyyi inni jalqaba bulche biyya Sanaa'oorii Baabiloon, Ooreek, Arkaadii fi Kaalnee fa'a.
11
Achiillee bayee gara biyya Asoorii dhaqee qachoota Nanawwe'ee, Rahobootii fi Kaalaahiin ijaare;
12
Akkasuma qachaa guddaa Reeseen jedhamu qachoota Naanawe'eetii fi kaalaahiin jiddu'utti ijaare.
13
Mitsiraayim, Luudiim, Aanaamiim, Lahibiim, Niftaaleem, Fatruusiim,
14
Kaashuumii worri Filisxeemii irraa horee fi Qaftoorimiin uumate.
15
Kana'aanillee ilma ufii ka hangafaa Siidooniin, Keexota,
16
Worra Iyyaabusootaa, Amoorota,
17
Gergesaanota, Ewiyaanota,
18
Aruukeewooniin, Siinii, Araadeewoonii, Samaariwoonii fi Amaatiiniin uumate; kanaan maayessa gofti Kana'aanii adda faca'e.
19
Daangaan Kana'aanotaa Siidona'aa ka'ee gara Geerara'aatiin haga Gaaza'aati; gara Soodoomii fi Gamoora'aa gama Adaama'aatii fi Sabooyiitiin daangaan isaa haga laasa'aati.
20
Ijoolleen Kaamii akka gosa isaaniitii fi afaan isaaniitiin worri lafaa fi banii isaanii keessa jiraatan kanniin fa'a.
21
Seemiillee akkasuma ijoolleen dhalataniif; inni obboleessa hangafaa ka Yaafeetiiti; inni ijoollee Eeboorii maraafuu abba'a.
22
Ijoolleen Seemii Eelaam, Asoor, Arfaakisd, Luudii fi Aaraamiin fa'a.
23
Ijoolleen Aaraamii Uuts, Huul, Geteerii fi Moosaa fa'a.
24
Arfaakisd Qaayiniimiin uumate; Qaayiniim Saalaa, Saalaan Eebooriin uumate.
25
Eeboor ijoollee lama uumate; maqaan ka hangafaa Faaleeq; bara inni dhalate waan baniin qoqqoodameef. Maqaan obboleessa isaa Yooqxaan.
26
Yooqxaanillee Eelmoodaadiin, Saaleefiin, Haasramootiin,
27
Yaaraahiin, Adooraam, Awuzaaliin
28
Daqlaaniin, Obaaliin, Abimaa'eeliin,
29
Saabaaniin, Ofriiniin, Ewlaaxiinii fi Yoobaabiin uumate. Kunniin maruu ijoollee Yooqxaaniiti.
30
Huleen isaan jiraatanillee Maase'ee jalqabee haga gaara Sifaarii baya biiftu'uuti.
31
Ijoolleen Seemii akka gosa isaaniitii fi akka afaan isaaniitiin, akka banii isaaniititti kanniin.
32
Gofti ijoollee Noohii akka hortee isaaniitii fi banii isaaniitiin kanniin fa'a; baniin maruu bisaan badi'iitiin maayessa gosa kanniin irraa qoqqoodamanii jiraata'aa turan.
← Chapter 9
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 11 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50