bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Genesis 5
Genesis 5
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 4
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 6 →
1
Fiixaan Aadamii kana; Rabbi gaafa Aadamiin uume, akka fakkeenna ufiitiin uume.
2
Dhiiraa fi intala godhee uumee isaan eebbise; maqaa isaaniillee gaafuma isaan uume «Nama» jedhee isaanitti baase.
3
Aadam woggaa dhibbaa fi soddoma gayee ilma bifaa fi fakkeennaan isa fakkaatu uumate; maqaa ilma ufii «Seet» jedhee itti baase.
4
Kanaan maayessa Aadam haga Seetii uumate woggaa dhibba saddeet gayee ijoollee dhiiraatii fi ta intalaa uumate.
5
Aadam woggaa dhibba sagalii fi soddoma jiraatee du'e.
6
Seetillee woggaa dhibbaa fi shan gayee Heenoosiin uumate;
7
Seeti haga Heenoosiin uumateen maayii woggaa dhibba saddeetii fi torba gayee ijoollee dhiiraatii fi ta intalaa uumate;
8
Seet woggaa dhibba sagalii fi kudha lama jiraatee du'e.
9
Heenoos woggaa sagaltama hennaa ta'e Qaayinaaniin uumate;
10
Heenoos Qaayinaaniin haga uumateen maayii, woggaa dhibba saddeetii fi kudha shan gayee ijoollee dhiiraatii fi ta intalaa uumate;
11
Heenoos woggaa dhibba sagalii fi shan jiraatee du'e.
12
Qaayinaan woggaa torbaatama gayee Malaali'eeliin uumate;
13
Qaayinaan Malaali'eeliin haga uumateen maayii, woggaa dhibba saddeetii fi afurtama gayee ijoollee biraa ta dhiiraatii fi intalaa uumate;
14
Qaayinaan woggaa dhibba sagalii fi kudhan jiraatee du'e.
15
Malaali'eel woggaa jahaatamii shan gayee Yaareediin uumate.
16
Malaali'eel Yaareediin haga uumateen maayii woggaa dhibba saddeetii fi soddoma gayee ijoollee biraa ta dhiiraatii fi ta intalaa uumate;
17
Malaali'eel woggaa dhibba saddeetii fi sagaltamii shan jiraatee du'e.
18
Yaareed woggaa dhibbaa fi jahaatamii lama gayee Heenookiin uumate;
19
Yaareed haga Heenookiin uumateen maayii woggaa dhibba saddeetii gayee, ijoollee biraa ta dhiiraatii fi ta intalaa uumate;
20
Yaareed woggaa dhibba sagalii fi jahaatamii lama jiraatee du'e.
21
Heenooki woggaa jahaatamii shan gayee Maatusaalaa uumate;
22
Kanaan maayessa Heenooki karaa Rabbii qabatee Maatusaalaallee haga uumateen maayii woggaa dhibba sadihii gayee ijoollee biraa ta dhiiraatii fi intalaa uumate;
23
Heenooki woggaa dhibba sadihii fi jahaatamii shan jiraate.
24
Heenooki waan Rabbiin wolii galee jiraateef Rabbi isa fudhate; innillee hin argamne.
25
Maatusaalaan woggaa dhibbaa fi saddeettamii torba gayee Laamehiin uumate;
26
Maatusaalaan haga Laamehiin uumateen maayii woggaa dhibba torbaa fi saddeettamii lama jiraatee ijoollee biraa ta dhiiraatii fi ta intalaa uumate.
27
Maatusaalaan woggaa dhibba sagalii fi jahaatamii sagal jiraatee du'e.
28
Laamehi woggaa dhibbaa fi saddeettamii lama gayee ilma uumate.
29
Maqaa ilma ufii «Lafa Rabbi abaare irratti hujii keenna ulfaata'aa fi xaarii teenna irraa hara nu baafachiisa» jedhee «Noohi» jedhee itti baase.
30
Laamehi haga Noohiin uumateen maayii woggaa dhibba shanii fi sagaltamii shan gayee ijoollee biraa ta dhiiraatii fi ta intalaa uumate;
31
Laamehi woggaa dhibba torbaa fi torbaatamii torba jiraatee du'e.
32
Noohi haga woggaa dhibba shanii ta'een maayessa ijoollee dhiira sadihi uumate; isaan Seem, Kaamii fi Yaafeetiin fa'a.
← Chapter 4
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 6 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50