bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Genesis 36
Genesis 36
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 35
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 37 →
1
Horteen Eesawuu nama biyya Eedoomii kana;
2
Eesawu ijoollee worra Kana'aanii keessaa haawwota manaa fuudhe; worraa Keexotaa keessaa mucattii Eeloonii Aadaa, worra Eewwotaa keessaa mucattii Tibi'oonii Ahilibaanii ta Aanaan deette,
3
mucattii Ismaa'elii Beeseemootiin obboleettii Nabaayootii.
4
Aadaan Eesawu'uu Elfaaziin deette; Beeseemootillee Raagu'eeliin deette;
5
Ahilibaamaanillee Ya'usiin, Ilaamii fi Qoree deette; ijoolleen biyya Kana'aaniititti dhalatan kanniin.
6
Kanaan maayessa Eesawu haawwota manaa ufii, horii ufii, waan biyya Kana'aaniititti hore maraa qabatee obboleessa ufii Yaaqoobiin biraa gara biyya biraa deeme.
7
Waan horiin isaanii baay'atanii horaniif lafti isaanitti dhiphattee woliin jiraachuu hin dandeenne.
8
Eesawu gaara Seeyirii irra jiraate; inni nama Eedoomiiti.
9
Maqaan hortee Eesawuu abbaa worra Eedoomotaa ka gaara Seeyirii irra jiraatanii kana;
10
Ilmi Eesawu'uu ka Aadaan deette Eelfaas; Ilmi Eesawu'uu ka Beeseemoot deette Raagu'eel.
11
Ijoolleen Eelfaasii Teemaan, Oomaar, Siifoo, Gootoomii fi Qeeneez fa'a.
12
Timnaa'illee ta ilmi Eesawu'uu Eelfaas mata gala itti galu; isiin Maaleeqiin Eelfaasii deette; Ijoolleen Aadaa haadha manaa Eesawu'uu kanniin.
13
Ijoolleen Raagu'eelii Naahoot, Zaaraa, Saamaa, Miisaayi; kunniin ijoollee Beeseemootii haadha manaa Eesawu'uuti.
14
Ijoolleen Ahilibaamaa haadha manaa Eesawu'uu ta Aana'aa fi Tibi'oonii Ya'us, Ilaama'aa fi Qoree deetteef.
15
Ijoollee Eesawu'uu keessaa hangaffan ijoollee Eelfaasii Teemaan, Oomaar, Siifoo, Qeeneez,
16
Qoree, Gootaan, Eedoomii fi Amaaleeq; isaan kunniin hangaffan biyya Eedoomii ijoollee Aada'aati.
17
Ijoolleen Raagu'eelii ilma Eesawu'uu Naahoot, Zaaraa, Saama'aa fi Miisaal; kunniin ijoollee Raagu'eelii biyya Eedoomii ta haati manaa Eesawu'uu Beeseemoot deette.
18
Ijoolleen Ahilibaamaa haadha manaa Eesawu'uu Uus, Ilaama'aa fi Qore'e; Ijoolleen Ahilibaamaa haadha manaa Eesawu'uu ta mucattii Aana'aa kanniin.
19
Hangaffan ijoollee Eesawu'uu kanniin; isaan kunniinillee worra Eedoomiiti.
20
Ijoolleen Seeyirii ta gosa Hoorii worra durumaa biyya san keessa jiraatanii Looxaa, Soobaal, Tibi'oon, Aanaa, Diisoon, Eesirii fi Diisaan.
21
Kunniin ijoollee hangaffan Seeyirii nama Hoorii ka biyya Eedoomii keessa taa'uuti.
22
Ijoolleen Looxa'aa Hoorii fi Heemaam; obboleettiin Looxaanii Timnaa'i.
23
Ijoolleen Soobaalii Aluwaan, Manehaat, Eebaal, Siifa'aa fi Awinaamiin fa'a.
24
Ijoolleen Tibi'oonii Aayya'aa fi Aana'a; Aanaan uduu harriin abbaa ufii lafa gammoojji'ii keessatti tissu burqaa bisaanii arge.
25
Ijoolleen Aana'aa Diisoonii fi Ahilibaamaa mucattii Aana'aati.
26
Ijoolleen Diisoonii Heemdaan, Eesbaan, Yitra'aa fi Kiraaniin fa'a.
27
Ijoolleen Eetirii Bilihaan, Saa'iwaanii fi Haaqaaniin fa'a.
28
Ijoolleen Diisaanii Uusii fi Aaraan.
29
Bulchoonni Hoorii Looxaa, Soobaal, Tibi'oon, Aanaa,
30
Diisoon, Eesiir, Diisaan; bulchoonni Hoorii ka biyya Seeyirii kanniin fa'a.
31
Ijoollee Israa'elii irratti uduu mootiin hin mooneen dura mootonni biyya Eedoomii irratti mooyan.
32
Ilmi Bi'oorii Baalaaq Eedoomiin irratti mooye; maqaan qachattii inni irratti mooyee Dinhaabaa jedhamti.
33
Baalaaq du'ee bikka isaa ilmi Zaara'aa Iyyoobaabiin Baasoora'aa mooye.
34
Iyyoobaabillee duunaan Huusaan namni biyya Teemaanii bikka isaa bu'ee mooye.
35
Huusaanillee du'ee ilmi Haadaadii Baadaad ka namoota biyya Miidiyaamii lafa Moo'aabii irratti dhayetu bikka isaa mooye; maqaan qachattii sanii Aawiit jedhamti ture.
36
Haadaadillee du'ee bikka isaa Saamilaan namni biyya Maasireeqa'aa mooye.
37
Saamilaan haga du'e bikka isaa Saa'oolii nama biyya Rihoobootii laga guddaa beekkamaa bira jirutu mooye.
38
Haga Saa'ool du'e bikka isaa ilmi Akiboorii Ba'aalhaanaan mooye.
39
Ilmi Akiboorii Ba'aalhaanaan haga du'e bikka isaa Haadaaditu mooye; maqaan qachattii sanii Faa'u'u; haati manaa isaa Maayixeelebii Maaxireed deette ta mucattii Meesahaabiiti.
40
Bulchoonni hortee Eesawu'uu akka gosa, hule'ee fi maqaa isaaniitiin kanniin Timnaa'i, Aalwaa, Yateet,
41
Ahilibaamaa, Eelaa, Fiixoon,
42
Qeeneez, Teemaan, Miibsaar, Magdi'eelii fi Iraamiin fa'a;
43
kunniin bulchoota hulee ufii jiranitti baallii ufiitiin biyya bulchan; abbaan gosa Eedoomii Eesawu'u.
← Chapter 35
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 37 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50