bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Genesis 17
Genesis 17
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 16
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 18 →
1
Abraam haga nama woggaa sagaltamii sagalii ta'e, Rabbi Abraamitti mudhatee «Ani El Shaadaayi'i; na afo'otti akka ta'utti jiraadhu; nama guutuu ta'i.
2
Anaa fi si'i jidduu waadaa kiyya kaaya; ani hortee kee guddisee baay'isa» jedheen.
3
Kanaan maayessa Abraam kallacha ufiitiin gad kufee sagade; Rabbillee, «Ani si woliin waadaa galeera;
4
Ati abbaa banii maraa taata;
5
Adha irraa jalqabee maqaan kee Abraam jedhamee hin waamamu; maqaan kee Abrahaam ta'a; waan abbaa banii maraa si taasiseef.
6
Guddisee si badhisa; banii guddaa si taasisa; mootonni si keessaa dhalatan.
7
«Waada kiyya anaa fi si'i, hortee keetii fi hortee siin maayessaa jidduu'u, baraa haga bara baraa kaaya; akka ani si'ii fi hortee kee ka siin maayessa dhufuuf Waaqa ta'u.
8
Lafa biyya Kana'aanii ta keessummumma'aan keessa jiraattu maraa baraa haga bara baraa si'ii fi hortee tee ta siin maayessaa maraaf kenna, Waaqallee isaanii ta'a» jedheen.
9
Ammallee Rabbi Abrahaamiin, «Ati waadaa kiyya hin eedda; atii fi horteen kee ka siin maayessaallee.
10
Waadaan kiyya ka atii fi horteen kee ka siin maayessa dhufullee eeddan kana; isin keessaa dhiirti maruu haa gadoomanii,
11
gogaa foon saala keessanii dhossu gadoomaa'a; kun malkata waadaa anaa fi isin jidduu jiru ta'a.
12
Daa'imni dhiiraa ka dhalate maruu guyyaa saddeetesso'ootitti haa gadoomuu; akkasuma ka mana keessanitti dhalate ka hortee keessan hin taanee fi garboonni isin bitattanillee haa gadoomanii.
13
Ka mana keetitti dhalatee fi ka hori'iin bitamellee sirima haa gadoomuu; malkanni waadaa kiyya ka baraa haga bara baraa ka isin foon keessan irratti gootan kana.
14
Namni gogaa saala isaa dhossu hin gadoomne maruu gosa ufii irraa fooyamee haa baduu; waan waadaa kiyya jisseef» jedhe.
15
Rabbi Abrahaamiin «Ammaa achi maqaa haadha manaa teetii Sooraa Sooraa jettee hin waamin; Saaraa jedhii waami.
16
Isii hin eebbisa; ilmallee hin kennaaf; haadha banii baay'e'ee taati; mootonni biyya lafaa isii keessaa dhalatan» jedheen.
17
Kanaan maayessa Abrahaam kallacha ufiitiin kufee kolfee garaa ufii keessatti, «Namni woggaa dhibbaa hin uumataa? Saaraan woggaa sagaltamatti hin deettii?» jedhe.
18
Abrahaam Rabbiin, «Uduu Ismaa'eel si afoo jiraatee silaa hin gammada ture» jedhe.
19
Rabbi Abrahaamiin «Haati manaa tee Saaraan dhugamaan ilma sii deetti; maqaa isaallee Yisaaqi jettee waamta; isaa fi fiixaa isaa ka isaan maayessa dhufuu waadaan kiyya ka bara baraa akka ta'u isa woliin godhadha.
20
Waan Ismaa'eeliillee sii dhagayee isa eebbiseera; fiixaa isaa hin guddisa; guddisee baay'isa; inni bulchaa gosa kudha lamaa ta'a; banii guddaa isa taasisa.
21
Bara dhufu hennaa tana waadaa kiyya Yisaaqii Saaraan sii deettu woliin godha» jedheen.
22
Waan kana jedhee haga fixeen maayessa Rabbi Abrahaamiin biraa deeme.
23
Abrahaamillee ilma ufii Ismaa'eliin, worra mana isaa keessatti dhalatan, garboota horii ufiitiin bitate maraa maatii ufii keessaa dhiira maraa fuudhee gogaa saala isaanii dhossu maraa akkuma Rabbi isaan jedhetti guyyaa saddeetesso'ootitti gadoomse.
24
Abrahaam hennaa gadoomu nama woggaa sagaltamii sagalii ture.
25
Ilmi isaa Ismaa'eelillee hennaa gadoomu nama woggaa kudha sadihii ture.
26
Abrahaamii fi ilmi isaa Ismaa'eelillee guyyama tokko gadooman.
27
Worri manatti dhalatanii fi namoonni diidaa hori'iin bitaman maruu isa woliin gadooman.
← Chapter 16
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 18 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50