bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Genesis 13
Genesis 13
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 12
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 14 →
1
Abraam haadha manaa ufiitii fi waan qabu maraa qabatee biyya Misiriitii bayee gara Neegeebii dhaqe; Looxillee isa woliin ture.
2
Abraam hori'iin, qarshi'ii fi worqi'iinillee guddisee duroome.
3
Abraam Neegeebii ka'ee Beeteeliin dhaqee hulee duraan daasee itti ijaarate Beeteelii fi Gaayiin jidduu
4
hulee duraan ciincaa Rabbii itti dhiyeesse gaye; achitti maqaa Rabbii waama'aa sagade.
5
Looxiin Abraamiin woliin deemellee akkasuma gobbuu hori'ii, gobbuu hoolotaatii fi daasee qaba.
6
Abraamii fi Looxi qabeenna guddaa waan qabaniif lafti isaan hanqattee hulee tokko taa'uu hin dandeenne.
7
Worra horii Abraamii tissanii fi worra horii Looxii tissan jiddu'utti lolli uumame; bara san worri Kana'aaniitii fi worri Feerizotaa lafa san irra jiraata'aa turan.
8
Kanaan maayessa Abraam Looxiin, «Anii fi ati waan obboleewwan taaneef anaa fi si'i jidduu, akkasuma tissee horii kiyyaatii fi tissee horii keetii jidduu wol dhabbiin hin barbaachisu;
9
lafti maruu si afoo jirtii mii? akka na irraa fooyamtu si kadhadha; ati yoo cinaa kibbaa fudhatte ani ammo gara cinaa mirgaa deema; ati yoo cinaa mirgaa fudhatte ani gara cinaa kibbaa deema» jedhe.
10
Looxi ol jedhee dhooqa naannaya Yoordaanosii jiru maraa biyya bisaan keessa guuteeru akka taate arge; uduu Rabbi Soodoomii fi Gamoraa hin balleessineen dura dhoondhi naannoo Zo'aarii sun akka lafa hulee biqiltuu Rabbii yookaan ta akka biyya Misirii fakkaattu turte.
11
Kanaafuu Looxi lafa naannaya Yoordaanosii jiru maraa filatee gargar bayan; Looxi gara baya biiftu'uu deeme.
12
Abraam biyya Kana'aanii keessa taa'e; Looxi ammo qachoota dhooqa biyya sanii keessa taa'ee daasee ufii Soodoomiin laddatti ijaare;
13
bara san ammo namoonni Soodoomii hammeeyyi'ii fi worra Rabbiin afo'otti guddisanii cubbuu hojjatan turan.
14
Looxi haga isaan gargar bayeen maayii Rabbi Abraamiin, «Ol jedhii gara baya biiftu'uu, gara dhiyaa, gara mirgaatii fi gara bita'aa laali;
15
lafa arga'aartu sanniin maraa baraa haga bara baraa si'ii fi hortee keetii waan kennuuf;
16
hortee kee akka xidhacha lafaa baay'isa; akkuma namni xidhacha lafaa laakkawuu hin dandeenne, horteen keellee laakkayamuu hin danda'u.
17
Lafa tana waan sii kennuuf ka'ii badhinnaa fi dheerinna isi'ii keessa deemi» jedheen.
18
Kanaafuu Abraam daasee ufii diigee Keebrooniin hulee lafa qilxuu gugurdaa Maammire'ee bira jiraate; achittillee hulee ciinca'aa Rabbiif hojjate.
← Chapter 12
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 14 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50