bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Genesis 16
Genesis 16
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 15
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 17 →
1
Haati manaa Abraamii Sooraan ammo Abraamii finna hin deenne turte; isiin garbittii biyya Misirii ta Aggaar jedhamtu qabdi.
2
Sooraan Abraamiin, «Kunoo ani akka hin deenne Rabbi gadaamessa kiyya cufeera, maal laataa karaa finna isiin deettuun finna argadhaa isii bira gayi» jetteen.
3
Abraamillee waan Sooraan jetteen dhagaye; inni biyya Kana'aanii woggaa kudhanii haga jiraateen maayessa haati manaa Abraamii Sooraan garbittii ufii ta biyya Misiriitii abbaa worraa ufii Abraamiif haadha manaa akka taatu kenniteef.
4
Innillee Aggaariin bira gaye isiinillee hin ulfoofte; isiin akka ulfoofte haga beette giiftii ufii tuffatte.
5
Sooraan Abraamiin, «Dhiibbaa na irratti hojjatte kanaaf jasaa hin argatta; ani garbittii tiyya fuudhee sii kenne; isiin haga akka ulfoofte uf argite na tuffatte; Rabbi anaa fi si'i jiddu'utti haa murteessu» jetteen.
6
Abraamillee Soora'aan «Garbittiin tee kunoo si harka jirtii akka feete isii godhi» jedheen; Aggaar haga Sooraan rakkifteen mana isi'iitii baatee badde.
7
Maleekkaan Rabbii Aggaariin burqaa bisaanii ka lafa gammooji'ii biratti arge; burqaan sun karaa gara Suurii fidu bira jira.
8
Maleekkaan sun garbittii Soora'aa Aggaariin «Eessaa dhufte? Eessa deemta?» isi'iin jedhe; isiinillee «Ani giiftii tiyya Sooraa jalaa baqata'aara» jetteen.
9
Maleekkaan Rabbii «Gara giiftii teetii deebi'ii isi'ii ajajami» jedheen.
10
Maleekkaan Rabbii deebisee «Hortee kee guddisee waan baay'isuuf laakkayamuu hin danda'amu;
11
Ati kunoo ulfoofteerta; ilma dhiiraa hin deetta; maqaa isaa Ismaa'el jettee itti baafta; Rabbi waan rakkinna kee dhagayeeruuf.
12
Innillee akka harree diidaatitti jiraata; nama maraa hin morma; Namoonnillee isa morman; inni obboleewwan ufiitiin jibbama'aa jiraata» jedheen.
13
Aggaar ammo, «Dhugamaan ani Rabbii na arge san ijaan argee lubbu'uun jiraadhaa?» jettee Gooftaa isii qaasseen «El Roo'i» jetteen. El Roo'i jechuun «Waaqa na argu arge» jechu'u.
14
Kanaaf maqaan bisaan boolla sanii «Bi'eerla hayiro'i » jedhame; innillee Qaadesii fi Baarediin jidduu jira.
15
Aggaar Abraamii ilma dhiiraa deette; Abraam ilma Aggaar deetteef san «Ismaa'el» jedhee maqaa itti baase.
16
Aggaar hennaa Abraamii Ismaa'eliin deette, Abraam nama woggaa saddeettamii jahaa ture.
← Chapter 15
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 17 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50