bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Genesis 35
Genesis 35
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 34
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 36 →
1
Rabbi Yaaqoobiin, «Ka'ii gara Beeteelii bayii achi jiraadhu; Waaqa hennaa obboleessa kee Eesawuu jalaa dheessite sitti mudhateef hulee ciinca'aa qopheessi» jedheen.
2
Kanaaf Yaaqoobillee maatii ufiitii fi worra isa woliin jiran maraan «Waaqolee tolfamaa jidduu keessanii balleessaa'a, qulqulloota ta'aa'a, uffata keessanillee jijjiiradhaa'a,
3
ka'aa gara Beeteelii dhandhaa; achitti Waaqa hennaa rakkoo kiyyaa naa dhagaye, Rabbii karaa ani deeme marattuu na woliin ta'ee ciincaa dhiyeessaa» jedhe.
4
Kanaafuu waaqa tolfamaa jidduu isaanii jiru maraa, faaya gurraa ka gurra isaanii irra jiru maraa fuudhanii Yaaqoobitti kennan; Yaaqoobillee muka qilxu'uu ka Seekeemiin bira jirtu jalatti awwaale.
5
Achii ka'anii deeman sodaan Rabbii qachoota naannaya isaanii jiru maraa irratti bu'e; isaan deebi'anii ijoollee Yaaqoobii ari'u'uuf duukaa hin deemne.
6
Yaaqoobii fi namoonni isa woliin jiran maruu gara Looza'aa dhaqan; isiin Beeteelii Kana'aaniin keessa jirtu.
7
Achitti hulee ciinca'aa hojjatee, «Eel Beeteel » jedhee itti baase; hennaa inni obboleessa ufii jalaa dheesse Rabbi achitti itti mudhate.
8
Dibooraan Ribqaa guddifte duutee Beeteelitti muka dambi'ii jalatti awwaalamte; kanaaf maqaa hulee sanii Alonbaakuti jedhanii itti baasan.
9
Yaaqoob haga Sooriyaa laga lamaan jiddu'uu deebi'e ammallee Rabbi itti mudhatee eebbiseen.
10
Rabbi, «Maqaan kee Yaaqoob; ammaa achi Yaaqoob jedhamee hin waamamin Israa'el haa jedhamuu malee» jedhee maqaa isaa «Israa'el» jedhee itti baase.
11
Rabbi Waandhi waa maraa danda'u ana; horii baay'adhu; baniinii fi mootonnillee gudeeda kee keessaa bayan.
12
Lafa Abrahaamii fi Yisaaqii kenne siillee kenna» jedheen.
13
Rabbi hulee isa woliin itti dubbate gaara san irra ol baye.
14
Yaaqoobillee hulee Rabbi isa woliin itti dubbate sanitti soodduu dhaabee isa irratti woyini'ii fi Sayitii itti buuse;
15
Yaaqoob hulee Rabbi isa woliin itti dubbate san «Beeteel» jedhee itti baase.
16
Beeteelii ka'anii hulee Efraataa jedhamu gawuu gayanitti Raaheel ciniinsifattee ciniinsu'uun rakkatte.
17
Hennaa ciniinsuun isii rakkise ta deessiftu, «Hin sodaatin kunillee ilmaa» jetteen.
18
Isiin hennaa du'uu geette maqaa daa'ima dhalatee «Beeni'oon » jettee itti baafte; abbaan ammo «Biiniyaam » jedheen.
19
Achiin maayessa Raaheel duutee karaa Efraataa fidu biratti Beeteliheemitti awwaalamte.
20
Yaaqoob awwaala isi'ii irratti soodduu dhaabe; huleen sun haga adhaa soodduu awwaala Raaheeliiti.
21
Israa'el achii ka'ee gamoo Gaadeer gama jiru duubatti daasee ijaare.
22
Haga Israa'el biyya san taa'e Roobeel deemee Baalaa abbaan isaa mata gala itti galu bira gaye; waan kana Israa'el hin dhagaye. Ijoolleen Yaaqoobii kudha lama.
23
Ijoolleen Liya'aa ilmi hangafaa ka Yaaqoobii Roobeel, Simoon, Leewwii, Yihuudaa, Yisaakoorii fi Zaabilooniin fa'a.
24
Ijoolleen Raaheelii Yooseefii fi Biiniyaam.
25
Ijoolleen Baala'aa ta garbittii Raaheelii Daanii fi Niftaaleem.
26
Ijoolleen Zalafa'aa ta garbittii Liya'aa Gaadii fi Aseer. Kunniin ijoollee Sooriyaa keessatti laga lamaan jiddu'utti Yaaqoobii dhalatan.
27
Yaaqoob gara abbaa ufii Abrahaamii fi Yisaaqii gara lafa isaan galtuu ta'anii keessa jiraatanii gara lafa Maammire'ee, gara lafa Qiriyaat'arbaaqii, gara Keebroonii dhaqe.
28
Umuriin Yisaaqii dhibbaa fi saddeettama ta'e.
29
Jaaree umurii quufee du'e; ijoolleen isaa Yaaqoobii fi Eesawu hin awwaalaniin.
← Chapter 34
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 36 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50