Genesis 41
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
3ka biraallee sa'ooleen torbaa ka huhuqqatan laga keessaa bayanii loowwan kaawwan bira dhadhaabatan.
36Woggoonni beelaa torban sunniin banii akka hin balleessine midhaan kuufamee haa eeggamuu» jedheen.