bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Genesis 8
Genesis 8
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 7
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 9 →
1
Rabbi Noohii fi worra markaba keessaa, busaawa'aa fi horii maraa yaadate; akka qilleensi lafa irratti bubbisu godhe; bisaanillee dhidhachuu jalqabe.
2
Burqaawwan lafa jalaa, balbalti bisaan bu'uun ka Samii jiran maruu hin cufaman; roobni Sami'ii roobullee hin dhaabate.
3
Bisaan suutuma suutaan lafa irraa dhidhachuu jalqabe guyyaa dhibbaa fi shantamaan maayessa bisaan lafa irraa guddisee dhidhate.
4
Markabnillee ji'a torbeesso'oo guyyaa kudha torbeesso'ootitti gaarran «Araaraatii» keessaa qaccee gaara tokkoo irra teette.
5
Bisaanillee haga ji'a kudhaneesso'oo dhidhata'aa deeme; ji'a kudhaneesso'oo guyyaa jalqabaatitti qacceen gaarranii mudhate.
6
Guyyaa afurtamaan maayii Noohi foddaa markabaa banee
7
harraagessa erge; harraagessillee bayee haga bisaan lafa irraa goguu olii gad barara'aa ture.
8
Kanaan maayessa Noohi akka bisaan lafa irraa dhidhate beeku'uuf handarii takka erge.
9
Haa ta'uu ammo bisaan lafa maraa waan dhosseeruuf hulee irra teettu dhabdee gara Noohii deebite; innillee harka hiixatee fuudhee markaba keessa seensise.
10
Achiin maayii haga guyyaa torbaa turee, ammallee handarii erge.
11
Isiinillee baala ejersaa jiidhaa afaanitti qabattee galgala gara isaa deebite; akkaataa kanaan Noohi akka bisaan lafa irraa dhidhate beeke.
12
Ammallee guyyaa torbaan maayii handarii erge, isiin uduu gara isaa hin deebine achumaan hafte.
13
Bara umuriin Noohii woggaa dhibba jahaa fi tokko ta'u ji'a duraa guyyaa jalqabaa bisaan lafa irraa goge; Noohi ginnoo markaba irraa ol kaasee akka bisaan lafa irraa goge arge.
14
Ji'a lammeesso'oo guyyaa diddamii torbeesso'ootitti bisaan sirima lafa irraa goge.
15
Rabbi Noohiin akkana jedhe,
16
«Ati haadha manaa tee, ijoollee teetii fi dubartoota ijoollee teetii fudhadhuutii markaba keessaa bayi;
17
Busaawaan si woliin jiru namni kamuu, allaatti'ii fi horiin, wonti gara'aan lafa irra looyanii fi wonti munyuuqan maruu si woliin bayanii lafa irra haa yaa'anii; horanii lafa haa guutanii»
18
Noohi ijoollee ufii, haadha manaa ufiitii fi dubartoota ijoollee ufii qabatee baye.
19
Busaawaan, wonti gara'aan lafa irra looyanii fi wonti munyuuqan, allaattiinii fi wonti lafa irra yaa'u maruu akkuma gosa isaaniitiin markaba keessaa bayan.
20
Noohi hulee Rabbii ciincaa itti dhiyeessu hojjatee busaawota qulqullu'uu fi allaattii qulqulluu maraa keessaa fuudhee hulee Rabbii ciincaa itti dhiyeessu irratti ciincaa Rabbii dhiyeesse.
21
Rabbillee urgaa mishaa san urgeeffatee garaa ufii keessatti «Ani waan namaatiif lamuu lafa hin abaaru; waan yaanni onnee namaa diqqeenna irraa jalqabee hamaa ta'eef akkasuma akkuma tanaan dura godhe waan lubbuu qabu maraa lamuu hin balleessu.
22
«Haga lafti jirtu, facaasu'uu fi haamuu'u, oo'aa fi qabbanti bonaa ganninii fi halkanii fi guyyaan uduu addaan hin cinne jiraata» jedhe.
← Chapter 7
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 9 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50