bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Genesis 7
Genesis 7
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 6
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 8 →
1
Rabbi Noohiin, «Maatii kee maraa fudhadhuutii markaba seeni; dhaloota bara kanaa keessaa ati qajeelaa akka taate argeeraa.
2
Busaawaa qulqulluu namni nyaatu maraa torba torba dhala'aa fi kormaa, busaawaa battii namni hin nyaanne lama lama dhala'aa fi kormaa, Allaattii Sami'iillee akkasuma torba torba dhala'aa fi kormaa, lafa irraa akka sanyiin isaanii hin banne fuudhi.
4
Guyyaa torbaan maayii guyyaa afurtamaa fi halkan afurtamaa lafa irratti rooba roobsee uumama maraa lafa irraa waan balleessuuf» jedheen.
5
Noohillee waan Rabbi isa ajaje maraa godhe.
6
Hennaa bisaan badi'ii lafa irratti roobe, Noohi nama woggaa dhibba jahaa ture.
7
Noohi badii bisaanii jalaa oolu'uuf ijoolle'ee fi haadha manaa ufii, haawwota manaa ilmaan ufii qabatee markaba seene.
8
Busaawaa qulqulluu namni nyaatuu fi busaawaa battii namni hin nyaanne, allaatti'ii fi wonti gara'aan lafa irra looyanii fi munyuuqan maruu akkuma Rabbi ajaje
9
lama lama dhala'aa fi kormaa ta'a'aa markaba Noohii keessa seenan.
10
Guyyaa torbaan maayessa bisaan badi'ii lafa fudhate.
11
Noohi dhalatee wogga dhibba jaheesso'oo ji'a lammeesso'oo guyyaa kudha torbeesso'ootitti burqaan gugurdaan maruu dhooye, gubbaan Sami'iillee banamee,
12
roobni guyyaa afurtamaa fi halkan afurtamaa lafatti roobe.
13
Gaafuma san Noohii fi haati manaa isaa, ijoolleen isaallee Seem, Kaam, Yaafeetii fi dubartoonni ijoollee Noohii sadiinuu isa woliin seenan.
14
Busaawaan maruu, horiin, wonti lafa irra loowuu fi munyuuqu, Allaattiin, simbirti barartuu fi wonti lubbuu qabu ka foon uffate maruu,
15
akka gosa isaaniitiin lama lama ta'a'aa markaba Noohii keessa seenan.
16
Achiin maayessa uumamni lubbuu qabu maruu akkuma Rabbi ajaje dhala'aa fi kormaan markaba seenan; Rabbi balbala markabaa duubaan itti cufe.
17
Bisaan badi'ii guyyaa afurtamaa lafa irra turee baay'atee markaba lafa irraa ol kaase;
18
Bisaan guddatee lafa irra garagale, markabni bisaan gubbaa deeme.
19
Bisaan lafa irra guutee guddisee cambalaqee gaarran gugurdaa lafa irraa maraa dhosse.
20
Bisaan ciqilee kudha shanii gaarran irra ol fagaatee gaarran dhosse.
21
Namni kamuu, allaattiiwwan maruu, busaawaan maruu, wonti gara'aan lafa irra loowuu fi ka munyuuqu maruu uduu hin hafin badan.
22
Wonti lafa irra jiraatu ka hafuura baafatu ka lubbuu qabu maruu hin dhuman.
23
Wonti lafa irra jiru maruu nama irraa jalqabee haga waan lafa irra munyuuqanii, haga allaattii Samii irra bararanii maruu lafa irraa barbadaayan; worri du'a hafan Noohii fi worra markaba keessa isa woliin jiran calla'a.
24
Bisaanillee haga guyyaa dhibbaa fi shantamaa lafa irraa hin dhidhanne ture.
← Chapter 6
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 8 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50