bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Genesis 22
Genesis 22
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 21
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 23 →
1
Waan kanniin maraan maayessa Rabbi Abrahaamiin qoree akkana jedheen, «Abrahaam!» jedhee waame; Abrahaamillee, «Yaa; kunoo as jira!» jedheen.
2
«Ilma kee tokkocha jaalattu Yisaaqiin qabii gara biyya Mooriya'aa dhaqii gaara ani sitti mudhisu irratti ciincaa godhii naa dhiyeessi» jedheen.
3
Abrahaam ganama obboro'oon ka'ee qoraan ciincaa ittiin ciincessu baqassee harree ufiititti fe'atee hojjattoota ufii lamaanii fi ilma ufii Yisaaqiin fudhatee gara hulee Rabbi itti mudhisee deeme.
4
Guyyaa sadeesso'ootitti Abrahaam ol jedhee hulee dhaqa'aaru san fago'otti arge.
5
Kanaan maayessa Abrahaam hojjattoota ufiitiin «Harree qabadha'aatii as turaa'a; anii fi ilmi kiyya achi deemnee Rabbii sagannee deebinaa» jedhe.
6
Abrahaam qoraan ciincaa ittiin ciincessan ilma ufii Yisaaqitti baachisee innillee ibiddaa fi billawa harkatti qabatee woliin deeman.
7
Yisaaqi abbaa ufii Abrahaamiin, «Aabbaa!» jedhee waame; abbaanillee «Yaa ilma kiyya» jedheen. Ibiddaa fi qoraan qabanneerra; hoolaan ciinca'aa hoo meeti?» jedheen.
8
Abrahaamillee, «Ilma kiyya! hoolaa ciinca'aa Rabbitu qopheessa» jedheen; isaan lachuu woliin deeman.
9
Hulee Rabbi jedheen san haga gayan Abrahaam achitti hulee ciincaa itti ciincessu hojjatee qoraan irratti darabeessee ilma ufii Yisaaqiin hidhee qoraan irra ciibse.
10
Abrahaam billawa fudhatee ilma ufii goorra'u'uuf harka ufii ol fudhate.
11
Maleekkaan Rabbii Samii irraa «Abrahaam! Abrahaam!» jedhee waame. Abrahaamillee, «Yaa; kunoo as jira!» jedhe.
12
«Ilma kee hin tuqin; womaa isa hin godhin; waan ilma kee tokkocha na hin dhoogganneef akka Rabbiin sodaattu amma beekeera» jedheen.
13
Abrahaam ol jedhee hennaa uf duuba laalu, korbeessa hoola'aa ka buura keessatti gaafni isaa gaale'etti rakkatee qabameeru arge; Abrahaam dhaqee korbeessa hoola'aa san fuudhee bikka ilma ufii ciincaa dhiyeesse.
14
Abrahaam hulee san «Yaahiwwee Yiri'e» jedhee waame. Haga adhaallee gaara san irratti «Rabbi hin qopheessa » jedhama.
15
Ammallee maleekkaan Rabbii Sami'ii Abrahaamiin waamee
16
«Ani maqaa kiyyaan sii kakadha; ‹Guddisee si eebbisa› waan ati ilma kee tokkocha na hin dhoogganneef.
17
Ani dhugamaan eebba si eebbisa, hortee keellee akka urjii Sami'iitii fi akka xidhacha galaana biraa baay'isa; horteen kee qe'ee diintotaa dhaala.
18
Ajaja kiyya waan dhageetteef baniin biyya lafaa maruu hortee keetiin eebbifama» jedheen.
19
Kanaan maayessa Abrahaam gara hojjattoota ufii deebi'e; achii ka'anii gara Beersaabeehii dhaqanii achi jiraatan.
20
Haga wonti kunniin ta'een maayessa Milkaan obboleessa kee Naakooriif ijoollee deette jedhanii Abrahaamitti himan.
21
Isaanillee ka hangafaa Uus, obboleessa isaa Buuz, abbaa Aaraamii Qaamu'eel,
22
Kaazaat, Hazoo, Fiildas, Dilaafii fi Baatu'eeliin fa'a.
23
Baatu'eel Ribqaa uumate; Milkaan namoota saddeetii kanniin obboleessa Abrahaamii Naakoorii deette.
24
Reehimaan Naakoor mata gala itti galu Xibaahi, Ga'aam, Tahashanii fi Maksaaniin deette.
← Chapter 21
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 23 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50