bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Jeremiah 12
Jeremiah 12
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 11
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 13 →
1
Yaa Rabbi! hennaa ani siin wol falmu maraa ati sirri'i; ani waan murtii sirrii ta'eetiif gaafii qaba; sababaan jireenni nama cubbama'aa qajeeluuf maali'i? worra sobuufillee maaf wonti maruu ta'a?
2
Ati isaan dhaabde hiddi isaanii gad fagaatee, guddatanii daraaraa daraaran; afaaniin si kabajjan; garaan isaanii garuu si irraa fagaateera.
3
Yaa Rabbi! ati garuu na beetta; yaada ani sii qabu argitee na qorta; namoota hammeeyyii kanniin akka hoolota qalmaaf oofaniititti isaan fuudhii haga guyyaa isaan qalamaniititti fooyii isaan tursiis.
4
«Sababaa banii hamaa waan nu goonu maraa Rabbi hin argu» jedhaniitiif biyya teenna bonni miidhuu fi margi raasa'aa ka hulee gara garaatitti marge gogee hafu haga yoomiiti? sababaa kanaaf busaawaanii fi allaattiin maruu haxaayamanii badaniiran.
5
Rabbi akkana jedha, «Yaa Ermiyaas! yoo ka nama woliin fiiguu hin dandeennee attamitti fiiddee fardaan wol morkuu dandeetta? yoo lafa raasa'aa irra jabaattee dhaabachuu dadhabde attamiin bosona Yoordaanosii keessa dhaabachuu dandeetta?
6
Obboleewwan teetii fi firri kee ka dhiyo'oo si gananii si mormaniiran; kanaafuu yoo isaan si afo'otti waan mishaa dubbatan hin amanin.»
7
Rabbi akkana jedha, «Mana kiyyaa fi lafa kiyya dhiiseera; banii kiyya ka jaaladhu diintota isaaniitii kenne;
8
Baniin kiyya natti ka'anii akka leenca bosonaatitti natti aadan; ani hujii isaanii kana hin jibba;
9
Baniin kiyya ka filadhe maruu hulee maraanuu akka simbira cululleen marsitee ta'aniiran; kanaafuu bineensonni bosonaa dhufanii akka foon isaanii nyaatanii gammadan waamaa'a;
10
Bulchoonni hedduu hulee biqiltuu woyini'ii kiyya balleessaniiran; qonna kiyya keessallee deemaniiran; lafa tiyya ta nama gammachiiftu akka gammoojjii taatu godhaniiran.
11
Akka gammoojjii taatu waan godhaniif biyyi maruu gara gammoojjumma'aatitti jijjiiramteerti; ka waan isi'iitiif yaadu tokkollee hin jiru.
12
Gaara ona ta'ee gammoojjaaye irraa worri nama balleessu hin dhufan; guraadeen Rabbii biyyattii daanga'aa haga daanga'aatitti waan balleessuuf; namni tokkollee hin hafu.
13
Baniin kiyya qamadii facaasee qoree galfate; guddisanii hojjatanii dadhabanii bu'aa woyiituu hin arganne; ani guddisee lolee lola kiyyaan waan midhaan isaanii badeef gaddan.»
14
Rabbi akkana jedha, «Ani worra ollaa Israa'elii ka lafa ani banii kiyya Israa'elii kenne balleessanitti waan dubbadhu qaba; banii hamaa sanniin biyya isaaniitii buqqisee isaan fida; banii biyya Yihuuda'aa jidduu isaaniitii butee baasa.
15
Garuu haga biyya isaanii keessaa isaan baaseen maayessa deebi'ee isaanii araarama; banii maraa gara lafa isaaniitii fi gara biyya isaanii deebisee isaan galcha.
16
Akka isaan asiin dura banii kiyya fudhatanii akka maqaa waaqa tolfamaa ba'aaliitiin kakatan barsiisan san ‹Rabbii jiraataa'a!› jedha'aa yoo ka kakatan ta'e akka isaan banii kiyya keessa jiraatan taasisa;
17
baniin na hin dhageenne isaan jidduu yoo jiraate garuu buqqisee isaan balleessa; ka waan kana dubbate ana Rabbi»
← Chapter 11
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 13 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52