bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Jeremiah 8
Jeremiah 8
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 7
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 9 →
1
Rabbi, «Bara san lafee mootota biyya Yihuuda'aa, lafee worra baallii qabanii, lafee gadootaa, lafee raattotaatii fi lafee namoota Yerusaalemiin keessa jiraataniillee awwaala keessaa guuranii bayan.
2
Namoonni kunniin hennaa lubbu'uun jiran aduu, ji'aa fi urjii waan waaqeffata'aa isaaniillee waan sagada'aa turaniif lafee isaanii hin awwaalan; akkuma fisha'aatitti raasa'atti gatan.
3
Baniin dhaloota hamaa kana irraa hafanii fi baniin hulee ani itti isaan bittinneesse jiraatan jireenna caalaa du'a filatan» jedha.
4
Rabbi bani'itti akkana jedhii himi naan jedhe, «Ka kufe hin ka'uu? ka karaa bade hin deebi'uu?
5
Eeganaa isin baniin kiyya maaf gara kiyya deebi'uu diddanii akkuma na irraa fagaattaniin haftan? maaf gara waaqa tolfama'aa deebitan? maaf gara kiyya deebi'uu diddan?
6
Ani seeraan isin jalaa caqase; isin garuu dhugaa hin dubbanne, isin keessaa namni hujii hamaa ufiitiif gaabbe tokkollee hin jiru; namni yakki ani hojjadhe maali'i? jedhee yaade hin jiru; isin maruu akkuma farda lolaa garuma feetan fiiddan.
7
Allaattiin samii irra barartuu hennaa ufii itti deebitu beetti handariin, laakkamaa fi cuquliifni hennaa itti waa jalaa baqatan hin beekan.
8
Kanaafuu isin maaf nu ogeeyyi'i, seera Rabbii hin beenna jettan? barreessitoonni sobaa akka seera kiyya balleessa'aaran arga'aa hin jirtanii?
9
Ogeeyyiin keessan salphatanii siibo'oon qabamanii malli isaan harkaa badeera; isaan jecha kiyya dhiisaniiran; eeganaa isaan ogummaa attamii qabaachuu danda'an?
10
Kanaafuu ani qonna isaanii maraa namoota biraatiif kenna; haadha manaa isaanii akka dhiirti biraa jalaa fuutu taasisa; isaan gudda'aa haga diqqa'aa, raattota, gadootaa fi baniin maruu uduu hin hafne bu'aa ufiitiif jedhanii soba'aa saaman.
11
Madaa cabnana banii kiyyaa akka waan taraarra'aatitti laalanii seeraan hin yaalan; akkasuma uduma nageenni hin jirre ‹nagaya nagaya› jedhan.
12
Banii kiyya! hennaa waan nama jibbisiisu kanniin maraa gootan saalfattanii beettuu? saalfachuu dhiisa'aatii ijumaa gad hin qabanne; kanaafuu akkuma kuuwwan kufan isinillee hin kuftan; adabbiin ani isin adabu dhuma keessan ta'a; waan kana ana Rabbitu dubbate.
13
Akkuma qonnaan bulaan midhaan ufii wolitti qabatu anillee banii kiyya wolitti qabuu barbaade; isaan garuu akka biqiltuu woyini'iitii fi akka muka hurbu'uu ka daraaraa hin qabnee ka baalli isaa irraa harca'ee na jalaa ta'an sababaa kanaaf lafa isaanii kenne akka worri ormaa jalaa fudhatan taasise.»
14
Baniin Rabbii akkana jedhan, «Maaf cadhifnee teenna ree? Rabbi Waandhi keenna du'a nutti fideera; waan isa yakkineefillee akka nu bisaan hadhaayaa dhunnu nu taasiseera; koottaa'a! gara qachoota kushee itti ijaaranii fiinnee dhandhee achitti duunaa.
15
Hennaan nagayaa fi fayyummaa itti argannu hin dhufa jennee hedannee turre, sababaa kanaaf raafamnee hawwiin keenna duwwaa ta'ee hafe.
16
Diintonni teenna dhufanii qachaa Daanii gayaniiran; hirphi kottee faradoo isaaniillee hin dhagayama; hennaa faradoon isaanii himimsan lafti hin sochooti; wonti diintonni teenna dhufaniif bani'ii fi waan qachoota keessa jiru maraa balleessu'uuf»
17
Rabbi akkana jedha, «Uf eegaa'a! ani bofaa fi buutii hadhaa qabu ka worri asmaa hojjatan ziiri'iin dhoogguu hin dandeenne isinitti erga; isaan isin iddan»
18
Ermiyaasillee, «Gadda ani obsuu hin dandeenneetu na irra gayeera; onneen tiyyallee guddiftee hadooddeerti.
19
Mee na dhagayaa'a! «Rabbi deebi'ee Tsiyooniin keessatti hin argamuu? mootiin Tsiyoonii deebi'ee achi keessa hin jiraatuu?» jedha'aa hennaa baniin kiyya lafa maratti iyyan dhagaya'aara; Rabbi mootiin isaanii «waaqolee tolfamaa waaqeffachu'uu fi waaqolee ormaatii sagada'aa wonti na aarsitaniif maali'i?» jedhee isaanii deebisa.
20
Baniin, «Jiini midhaan itti galfatan lufeera; bonnillee dhumeera; nu ammallee rakkinnuma keessa jirra!» jedha'aa iyyan.
21
Waan baniin kiyya gaddeef anillee gaddee sodaata'aa booya.
22
Biyya Gala'aadii keessa qorichii akka dhadha'aa dibatan hin jiruu? worri nama yaalan achi keessa hin jiranii? eeganaa wonti baniin kiyya hin fayyineef maali'i?
← Chapter 7
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 9 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52