bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Jeremiah 35
Jeremiah 35
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 34
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 36 →
1
Bara ilmi Iyyoosiyaasii Iyyo'aaqeem Yihuudaa irratti mooye Rabbi akkana naan jedhe,
2
«Gara maatii worra Reekaabotaa dhaqii isaan dubbis; achiin maayessa gara kutaa mana woyyu'uu tokko keessa seensisii daadhii woyini'ii ka dhugan kenniif»
3
Kanaaf ani ilma Ermiyaasii Azaaniyaa ilma Habaadiyaanii, obboleewwan isaa ijoollee isaa maraa fi maatii Reekaabotaa maraa achi fide.
4
Ani isaan gara mana woyyumma'aa ka namni Rabbii ilmaan Hanaaniyaa ilma Hagdaaliya'aa keessa jiraatan keessa isaan fide; kutaan sun kutaa worra baallii qabaniititti aanee kutaa Maa'iseeyaa ilma Shaalu'ii balbala eeguutii oli.
5
Ani daadhii woyini'ii makarajjii guutu'uu fi mijuu Reekaabota afoo kaayee «Mee daadhii woyini'ii kana dhugaa'a» isaaniin jedhe.
6
Isaan garuu akkana jedhanii naa deebisan, «Nu daadhii woyini'ii hin dhunnu; Iyyonaadaab ilmi Reekaabii abbaan keenna nu'uu fi fiixaan keenna maruu akka daadhii woyini'ii hin dhunne nu ajajeera.
7
Akkasuma akka mana jireennaa hin ijaaranne, akka lafa hin qotannee fi akka lafa biqiltuu woyini'ii itti dhaaban hin midhaassine nutti himeera; lafa tana irra akka keessumma'aa hennaa dheera'aaf akka teennu daasee keessallee akka jiraannu nu ajajeera.
8
Barumsa Iyyoonaadaab nu barsiise maraa fudhanneerra; nu'u, haawwonni manaa teenna, ijoolleen teenna ta dhiiraatii fi ta intalaa daadhii kana hin dhunnu.
9
Mana jireennaa uduu hin ijaaranne daasee keessa jiraanna; hulee woyinii itti dhaabannuu fi hulee midhaan itti facaafannu hin qabnu.
10
Nu'u daasee keessa jiraanneerra; waan Iyyoonaadaab abbaan keenna ka durii nu ajaje maraaf ajajamneerra.
11
Garuu hennaa Nabukadanatsoor mootiin Baabiloonii dhufee biyyattii marse nu loltoota Baabilooniitii fi loltoota Sooriya'aa jalaa dheessinee bayu'uuf gara Yerusaalemii dhaquu murteessineerra; nu amma wonti Yerusaalemiin keessa jiraannuuf kana.»
12
Kanaan maayessa Waandhi Israa'elii Gooftaan banii maraa akka ani gara banii Yihuuda'aatii fi banii Yerusaalemii dhaqee «Barumsa kiyya fudhattanii dubbii kiyyaa ajajamuu hin dandeettanii?
14
fiixaan Iyyoonaadaabii akka daadhii woyini'ii hin dhunne abbaan isaanii isaan ajaje eeganii haga adhaa daadhii woyini'ii woyiituu afaaniin hin tundhe; ani hennaa maraa deddeebi'ee isinitti hime isin garuu naa ajajamuu diddan.
15
Raattota tajaajiltoota kiyya ta'an deddeebi'ee gara keessan ergeera; isaan akka isin hujii hamaa keessan irraa deebitanii waan qajeelaa hojjattan isinitti himaniiran; akka isin waaqolee tolfamaa ormaatii hin saganne, akka isin isaan hin tajaajille isin seeraniiran; akka isin lafa isinii fi abboota teessan ta duriitii kenne irra jiraattan waan kana maraa isin ajaje; isin garuu ana dhagayu'uu fi dubbii ani isinitti himu fudhatuu hin barbaanne.
16
Fiixaan Iyyoonaadaabii ilma Reekaabii waan abbaan isaanii ka durii isaan ajaje maraa raawwataniiran; isin baniin kiyya garuu naa hin ajajamne.
17
Kanaafuu badii ani Rabbi Gooftaan banii maraa Waandhi Israa'elii isinitti fida jedhee dubbadhe maraa isin worra Yerusaalemii fi Yihuudaa keessa jiraattan marattuu fida; wonti ani waan kana raawwadhuuf waan hennaa ani isinitti dubbadhu dhagayuu diddanii fi hennaa ani isin waamu waan naa deebisuu diddaniif» jedhee akka ajaju natti hime.
18
Kanaan maayessa ani Ermiyaas waan Waandhi Israa'elii Gooftaa banii maraa dubbii gosa Reekaabotaatiif dubbate, «Isin ajaja abbaan keessan ka durii isin ajaje maraa raawwattaniirtan; barumsa isaallee barattaniirtan; waan inni isin ajaje maraa gootaniirtan.
19
Kanaafuu Waandhi Israa'elii Gooftaan banii maraa ‹fiixaa Iyyoonaadaabii ilma Reekaabii keessaa namni hennaa maraa na tajaajilu hin dhabamu› jedha» jedhee isaanitti hime.
← Chapter 34
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 36 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52