bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Jeremiah 28
Jeremiah 28
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 27
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 29 →
1
Baruma san akkuma Sedeqiyaas mooyeen woggaa arfeesso'oo ji'a shaneesso'ootitti raattichi ilmi Azuurii namni biyya Gabaa'oonii Hanaaniyaan mana Rabbii keessatti raattotaa fi banii maraa afo'otti akkana naan jedhe,
2
«Waandhi Israa'elii Gooftaan banii maraa qambara mootii Baabiloonii hin cabsa;
3
ani meeshaa mana woyyu'uu ka mootichi Nabukadanatsoor gara Baabiloonii fide maraa woggaa lama keessatti gara hulee kanaa deebisa.
4
Akkasuma Ikooniyaanii ilma Iyyo'aaqeemii mootii Yihuuda'aa, banii Yihuuda'aa worra booji'amanii fi waan isaanii ka booji'ame woliin Baabiloonii as isa deebisa; Ee! seera bulchiinsa mootii Baabiloonii hin cabsa; ka waan kana dubbate ana Rabbi.»
5
Ani gadootaa fi banii mana woyyuu afoo dhaabate maraa afo'otti Hanaaniya'aan akkana jedhe,
6
«Amiin! Rabbi akkuma ati jette haa godhu! Rabbi meeshaa mana woyyu'uu fidu'uu fi worra booji'aman deebisu'uun raaga ati dubbatte haa raawwatu.
7
Ta'ullee waan sii fi bani'itti dubbadhu dhagayi.
8
Raattonni bara durii ka anaa fi si'ii dura ka'an banii hedduu fi mootota gugurdaa irratti lolli, beellinii fi balaan akka dhufu raaganiiran.
9
Garuu raattichi waan nagayaatiif dubbate yoo jiraate raaga Rabbiin irraa ergame akka ta'e ka beekkamu yoo raanni inni raage sun dhugaa ta'ee argame calla'a.»
10
Kanaan maayessa raattichi Hanaaniyaan qambaraa lum'a kiyya irra jiru fuudhee caccabse.
11
Inni banii maraa afoo dhaabatee, «Waan kana yoo dubbatu Rabbi waan kana woggaa lama keessatti qambara bulchiinsa mootii Baabiloonii ka banii irra jiru fuudhee akka caccabsu natti dubbateera» jedhe; achiin maayessa ani ka'ee achii deeme.
12
Haga raattichi Hanaaniyaan qambara lum'a raatticha Ermiyaasiin irra jiru cabseen maayessa dubbii Rabbi gara Ermiyaasii ergeen,
13
«Deemi! Hanaaniya'aan akkana jedhi, ‹Ati qambaraa mukaa cabsiteerta; ani garuu bikka san qambara sibiilaa hojjadha.
14
Ani lum'a banii kanniinii maraa irratti qambara sibiilaa fe'a; isaan Nabukadanatsoorii mootii Baabiloonii jalatti bulan; waan biraa dhiisii busaawaan lafa onaa keessa jiruu akka isa jalatti bulan taasisa› jedhii itti himi naan jedhe; ka waan kana dubbate ana Waaqa Israa'elii Gooftaa banii maraati.»
15
Ani dubbima kana Hanaaniya'atti akkana jedhee hime, «Hanaaniyaa'a! na dhagayi; Rabbi bee si hin erginee ati banii kanniin maraa akka dubbii sobaa hedatan gooteerta.
16
Kanaafuu Rabbi, «Ani sirima lafa irraa si balleessa, sababaa ati baniin ana Waaqa ufiititti akka ka'u gooteef uduu woggaan kun hin dhumanne duuta› jedha.
17
Raattichi Hanaaniyaan woggama san ji'a torbeesso'oo keessa du'e.
← Chapter 27
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 29 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52