bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Jeremiah 14
Jeremiah 14
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 13
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 15 →
1
Rabbi waan caama dhufu'uuf ta'uu akkana naan jedhe,
2
«Biyyi Yihuuda'aa gadda keessa jirti; qachoonni isi'iillee du'aaf dhaanama'aaran; baniin isi'iillee gaddanii daaraa irra taa'anii booyan; Yerusaalem Rabbitti iyyatti.
3
Dureeyyiin bisaan soqaa hojjattoota ufii ergan; isaanillee gara boolla bisaanii dhaqan; garuu sirima bisaan waan hin arganneef ottee duwwaa baadhatanii deebi'an; isaan abdii kutatanii waan malli harkaa baduuf, gaddanii haguuggatan.
4
Waan roobni dhabamuuf lafti hin goddi; qonnaan bultoonnillee abdii kutatanii gaddanii haguuggatan.
5
Waan margi sirima dhabameef, gadamsi ilmoo dhale raasa'atti dhiise biraa deema.
6
Harriin diidaa waan dheebotaniif, tulloota maraa irratti bayanii akka jeedalaa arraba rarraasan; sababaa waan nyaatan hin arganneef isaan arguu dadhaban.
7
Baniin kiyya akkana jedhee iyya, ‹yoma hagamillee yakki keenna guddaan ragaa nutti ta'e, yaa Rabbi! akka dubbii waadaa keetiitiin nu gargaari; nu si irraa fagaannee si gaddisiifneerra.
8
Abdiin Israa'elii sima calla'a; ka balaa jalaa nu baasullee sima calla'a; eeganaa wonti akka keessummaa halkan tokko bulee bawuu taateef maali'i?
9
Ati akka nama malli harkaa badeetii fi akka loltuu jabaa nama biraa gargaaruu hin dandeennee taata? yaa Rabbi! ati garuu nu jidduu jirta; nu maqaa keetiin waamamnaa yabo'oo nu hin gatin.› »
10
Rabbi waan banii kanaatiif akkana jedha, «Isaan na irraa fagaatanii deemuu jaalatan uf hin qaban; kanaaf ani isaanitti hin gammadu; yakka isaanii maraa yaadee waan cubbuu isaaniitiif isaan adaba.»
11
Rabbi akkana naa jedhe, «Waan banii kanaatiif na hin kadhatin;
12
Yoma sooma'aa na kadhatanillee kadhaa isaanii hin dhagayu; ciincaa ciincawuu fi kennaa midhaanii yoo naa dhiyeessanillee ani waan kanniiniin hin gammadu; ani sirima isaaniin lola; beelaa fi dhukkubaan akka dhuman isaan taasisa.»
13
Anillee akkana jedhe, «Rabbi Gooftaa kiyya! raattonni ‹lollinii fi beelli hin jiru› jedha'aa bani'itti himan; akka waan nageenni guddaan lafa teenna irra jiruutitti Rabbi dubbateera› jedhan»
14
Rabbi akkana jedhee deebise, «Raattonni maqaa kiyyaan soba dubbatan; ani isaan hin ergine; isaanillee hin ajanye; jechuma tokkollee isaanitti hin dubbanne; mudhanni isaan argine jedhan maruu ka ana biraa dhufee miti; raanni isaanii maruu mudhata sobaa, mita, waaqa tolfamaa waaqeffatu'uu fi yaada duwwaa uf keessaa burqisiisan.
15
Kanaafuu worra raattotaa ka uduu ani isaan hin ergine maqaa kiyyaan ‹biyya keennatti beellinii fi lolli hin dhufu› jedha'aa raaga dubbatan ani Rabbi akka isaan lolaa fi beelaan dhuman godha.
16
Baniin isaan waan kana raaganiif maruu beelaa fi woraanaan dhuman; reeffi isaan maraatuu karaa Yerusaalemii maraa irratti gatama, ka isaan awwaalu hin jiru; wonti kun haawwota manaa isaanii, ijoollee isaanii ta dhiiraatii fi ta intalaa maruu uduu hin hafne isaan maraa irrattuu ta'a; haguma yakka isaaniitiin adabbii isaan barbaachisu isaanii kenna.»
17
Waan kanaaf Rabbi bani'itti akkana jedhee akka himu na ajaje. «Baniin kiyya guddisee madaayeera; guddisee miidhameera; kanaaf halkanii fi guyyaa uduu wol irraa hin kunne booya; ija tiyya keessaa imimmaan hin qooru.
18
Ani yoo gara raasa'aa bayu reeffa namoota ajjeessanii arga; yoo gara qacha'aa deebi'u worra beelayanii du'u'uuf dhidhiitatan arga; worri raattotaatii fi gadoonni hajaa ufii callaa duukaa bu'an; garuu waan godha'aaran hin beekan.»
19
Yaa Rabbi! biyya Yihuuda'aa sirima jibbu'uuf taataa? banii Tsiyooniillee akka jibbiteen dhiisu'uuf taataa? wonti ati akka nu hin fayyinetti nu miiteef maali'i? nu nagaya arganna jennee abdannee turre, garuu waan mishaa woyiituu hin arganne; nu fayyinna arganna jennee abdannee turre, garuu raafamni nutti baay'ata'aa deeme.
20
Yaa Rabbi! nu si yakkineerra; kanaafuu cubbuu keennaa fi cubbuu abboota teenna ta duriitiif si afo'otti aagii galla.
21
Nu hin tuffatinii dubbii abdii keetii yaadadhu; Yerusaalemii teessoo ulfinnaatii fi gaachena keetii taate hin salphisin; waadaa nu woliin galte qaabadhu.
22
Waaqolee tolfamaa ormaa keessaa ka rooba roobsuu danda'u tokkollee hin jiru; samiin fedha ufiitiin tiifuu hin tiifu; Rabbi Waaqa keenna! ka waan kana maraa godhu si'ii nu si abdanna.
← Chapter 13
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 15 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52