bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Jeremiah 15
Jeremiah 15
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 14
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 16 →
1
Kanaan maayessa Rabbi akkana naan jedhe, «Yoma Muuseenii fi Saamu'eel na afoo dhaabatanii waan banii kanaatiif na worwaatan ani banii kanaa hin araaramu; kanaafuu akka isaan na irraa fagaatan godhi.
2
Yoo isaan ‹essa deemna ree?› jedhanii si gaafatan waan armaan dura ‹worri bala'aan akka du'an isaanitti murtaaye bala'aan du'an! worri lolaan akka du'an isaanitti murtaaye lolaan du'an! worri beelaan akka du'an isaanitti murtaaye beelaan du'an! Worri booji'amanii akka hidhaman isaanitti murtaaye gara hidha'aa haa deemanii› jedhee sitti hime san isaan qaabsisi.
3
Ani Rabbi wonti hamaan afurii akka isaan irra gawu murteesseera; kanaafuu, isaan lolaan du'an; reeffa isaanii sariintu harkisa; foon isaanii allaatti'itu nyaata; ka hafe garuu busaaya'atu qorga.
4
Waan hamaa Minaasee ilmi Hisqiyaasii bara biyya Yihuuda'aa irratti mooye Yerusaalemiin irratti hojjateetiif sababaa miidhaa isaan irra gayuutiif baniin adunyaa kanaa akka guddisee hucuucamu godha.»
5
Rabbi akkana jedha, «Isin banii Yerusaalemii! eentu garaa isinii laafa? eentu isinii gadda? hennama diqqo'oof dhaabatee ka waan keessaniif waa gaafatu eennu?
6
Isin bee na dhiiftaniirtanii; uf duuba deebitaniirtan; ammaa achi isinii hin araaramu; Ani harka kiyya diriirsee isin bulleessa.
7
Akkuma qilleensi buraa bittinneessu ani qachoota biyyattii keessa jiran keessa isin bittinneessa; isin baniin kiyya waan hamaa irraa waan deebi'uu diddaniif isin balleesse; akka ijoollee teessanillee ajjeesan godhe.
8
Dubartiin abbaa worraa ajjeefatan ta biyyattii teessan keessa jiran baay'inni isaanii xidhacha qarqara galaanaa caaleera; guyyaa goga'aan akka haawwonni qacaleen du'an godha; isaan irratti yoma san rakko'oo fi hucuucama guddaa fida.
9
Haati ijoollee torban ufii dhabde, guddiftee abdii kutattee hafuurri isi'ii adda cite; guyyaan itti dukkanaayeera; saallinii fi salphinni isii irra gayeera; ta lubbu'uun jirtullee akka diintonni teessan isii ajjeesan godha; ani Rabbi waan kana dubbadheera.»
10
Bade haadha tiyya! maaf na deette? hireen kiyya banii biyyattii tana keessa jiraatan maraa woliin wol mormu'uu fi wolitti nyakkisuu ta'eera; ani horii eennuullee hin liqeessine; eennuun irraallee hin liqeeffanne; garuu namni maruu na abaara'aara.
11
Kanaan maayessa Rabbi akkana jedhe, «Ani dhugamaan kaayoo gudda'aaf si oolcha; hennaa rakko'ootii fi hennaa muddamsu'uu akka diintonni tee si shelatan godha.
12
Isin banii Yihuuda'aa! isin akkuma sibiila sibiila diima'aan wolitti makame cabsuu hin dandeenne akkasuma balaa diinni gara kaabaatii isinitti miixuun uf irraa dhoogguu hin dandeettan.»
13
Rabbi akkana naan jedhe, «Sababaa isin biyyattii keessatti cubbuu hojjattaniif qabeennaa fi horii isin qabdan maraa gatii tokko malee dabarsee diinaa kenna.
14
Lolli kiyya akka ibidda hin dhaamneeti; kanaafuu isin biyya ormaa keessatti akka garboota diintota keessanii taatan godha.»
15
Anillee akkana jedheen, «Rabbii kiyya! ati waan maraa hin beetta; yabo'oo na qaabadhuu na gargaari; worra na ari'an haluu naa bayi; ati waan guddiftee obsituuf na hin balleessin; ani wonti hagana mara arrabameef maqaa keetiif.
16
Rabbi Waaqa banii maraa! Ani maqaa keetiin si waameera; hennaa dubbiin kee gara kiyya dhufe maraa fudhadhee garaan kiyya guddisee gammadeera.
17
Ani gammada'aa worra akka fedhan ta'an woliin goshoo hin taane; isaan woliinillee hin gammanne; waan lolli kee na irra jiruuf hojjuma kiyya taa'e.
18
Wonti dhukkubbiin kiyya hin fayyinee fi madaan kiyyallee wolitti deebi'ee hin fayyineef maali'i? akka yaa'a bisaanii ka hennaa bonaa goguutitti abdii na kutachiiftaa?»
19
Kanaafuu Rabbi akkana jedhee naa deebise, «Yoo deebite si deebisa; tajaajilaa kiyya taata; waan kabajjamaa waan salphataa irraa yoo gara gara baafatte, akka jecha afaan kiyyaa taata; bani'itu gara kee deebi'a malee ati gara isaanii hin deebitu.
20
Akka isaan mooyachuu dandeettu akka dallawa sibiila diima'aan ijaarameetitti si jabeessa; ani si oolchu'uu fi si fayyisu'uuf waan si woliin jiruuf yoo siin lolanillee si hin mooyatan.
21
Worra hammeeyyii irraa si oolcha; worra garaa jabaatan jalaallee si baasa; ka waan kana dubbate ana Rabbi.»
← Chapter 14
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 16 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52