bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Jeremiah 29
Jeremiah 29
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 28
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 30 →
1
Xalayaan ani Ermiyaas gadoota, raattota, bulchoota bani'iitii fi waan worra biraa ka Nabukadanatsoor booji'ee gara Baabiloonii ergeef barreessee erge akkana jedha.
2
Hennaan ani xalayaa kana barreesse, hennaa mootichi Ikooniyaan, haati isaa giiftiinii fi hojjattoonni isaa ta isa woliin hojjatan, bulchoonni Yihuuda'aatii fi bulchoonni Yerusaalemii worri ogummaa harkaa qabanii fi worri ogummaa gara garaa qaban booji'amanii fudhatamaniin maayessa.
3
Xalayaa worra dhaamsa geessan Eel'aasaa ilma Shaafaanii fi Gamaaliyaa ilma Hilqiya'aa Sedeqiyaas mootiin biyya Yihuuda'aa gara Nabukadanatsoorii mootii Baabilooniitii ergeetiin erge; yaanni ijoon xalaya'aa
4
«Gooftaan banii maraa Waandhi Israa'elii banii Yerusaalemii akka booji'aman godhee gara Baabiloonii fijjisiise.
5
‹Mana ijaaradha'aa keessa jiraadhaa'a, biqiltuu dhaaba'aa daraaraa isaa nyaadhaa'a;
6
fuudha'aa wol horaa'a; ijoolleen teessanillee gayanii haa fuudhanii, haa heerumanii, baay'adhaa'a; hin diqqaatinaa'a;
7
guddinna qachoota akka ani booji'amtanii keessa jiraattan isin taasisee waan mishaa hawwaa'a; waan jireenna isaanii misha'aatiif na kadhadhaa'a; yoo isaan jireenna mishaa jiraatan isinillee akkasuma jireenna mishaa jiraattan.
8
Ani Gooftaan banii maraa Waandhi Israa'elii akka isin raattota isin keessa jiraatan yookaan namoota waan durana ta'u hin beenna jedhan maraanuu hin sobamne; isin seera eebjuu isaaniitiif hulee hin kenninaa'a.
9
Raanni isaan maqaa kiyyaan isinitti himan maruu soba; ani sirima isaanitti hin himne; ka waan kana dubbate ana Rabbi» jedha.
10
Rabbi woggaa torbaatamaa ka isin Baabilooniin keessa jiraattan haga raawwatameen maayessa araaraan gara keessan dhufa; waadaa gara biyya keessanii isin galcha jedhee isinii gale hin raawwadha.
11
Yaada isinii qabu natu beeka; yaanni kunillee yaada hamaa uduu hin taane abdii yaada nagayaa mishaa ka isin eeggattan ka raawwatamu'uuf ta'u ka uf keessaa qabu.
12
Isin na waamtan, gara kiyyallee dhiyaattanii na kadhattan, anillee isinii dhagaya.
13
Isin na soxxan; yoo onnee guutu'uun ka na soxxanii na argattan.
14
Ani dhugamaan isiniin jedhaa na argattan; gara biyya teessanii isin deebisa; biyya ani itti isin facaase hulee kamiillee wolitti isin qaba; isin buqqisee isin ari'u'uun dura gara biyya duraan jiraattanii deebisee isin fida; ani Rabbi waan kana dubbadheera.»
15
Isin, «Rabbi Baabilooniin keessaa raattota nuu kaaseera» jettanii dubbattaniirtan.
16
Isin dubbii Rabbi waan mootii teessoo Daawitii dhaalee bulchuu fi firtoota teessan ta qachaa tana keessa jiraatan ta akka keessan booji'aanii hin fudhatamneetiif dubbatu dhagayaa'a.
17
Rabbi Gooftaan banii maraa; «Ani isaan irratti lola, beelaa fi balaa fidu'uuf ta'a; akka muka hurbu'uu ka shamee nyaataaf hin tollee isaan taasisa.
18
Lola, beelaa fi bala'aan isaan ari'a; baniin adunyaa keessa jiraatu maruu waan isaan irra gawu arganii nayan; baniin akka isaan bittinneessee waan isaan irra gawu argan maruu nayanii raafaman; baniin maruu isaanitti kolfa'aa isaanitti baldan.
19
Sababaan wonti kunniin maruu isaan irra gayuuf waan isaan dubbii raattota na tajaajilaniin deddeebi'ee ergee ajajamu'uufii didaniif; isin maruu worri ani Yerusaalemii gara Baabiloonii akka baqattan isin taasise dubbii ani Rabbi isinitti himu dhagayaa'a» jedha.
21
Waandhi Israa'elii Gooftaan banii maraa waan Aki'aabii ilma Qollaya'aatii fi waan dubbii raagaa ka sobaa maqaa Rabbiitiin isinitti dubbataniitiif ani isaan uduu ijji teessan argitu mootii Baabiloonii ka du'aan adabuutitti isaan kenna.
22
Baniin Yerusaalemii booji'amanii gara Baabiloonii baqatan maruu yoo nama tokko abaaruu barbaadan, Rabbi akka Sedeqiyaasiitii fi akka Aki'aabii ka mootiin Baabiloonii akka isaan ibiddaan gubatan godhee si haa godhu jedhan.
23
Sababaan wonti hamaan kun isaan irra gayeef waan cubbuu hamaa nama jibbisiisu hojjataniif; isaan dubartoota goshoo ufii woliin seebaraniiran; dubbii sobaa ka ani isaan hin ajanye dubbataniiran; kun waan ani akka isaan dubbatan hin feene; waan isaan godhan maraa waan isaanitti beekuuf ani isaanitti raga; ka waan kana dubbate ana Rabbi› jedhee dubbateera» jedha.
24
Shamaayaa dhalootaan biyya Naheela'aa ta'een akkana jedhi; kun dubbii Waaqa Israa'elii Gooftaa banii maraati; namoota Yerusaalemii gadicha ilma Maasiya'aa, Sofoniyaasii fi gadoota kaawwaniinillee maqaa keetiin dhaamsa ergiteerta; dhaamsa kee keessatti Sofoniyaasiin,
26
«Rabbi bikka gadicha Yoodaahe'ee gadicha godhee si muudeera; kunoo ammaa bulchaan mana woyyu'uu ka maraa caalu si'i; kanaaf ani raatticha jedha'aa fakkeessa'aa dubbatu, maraattota gari garii akkanaa kanniin wolitti qabdee haada sibiilaa ka mormaatii fi luka isaanii gudeelchaan wolitti hidhuun hujii kee ta'uu barbaachisa.
27
Eeganaa Ermiyaasii dhalataa biyya Anaatootii ka ani raatticha jedha'aa bani'itti dubbatu maaf hin gorsine ree?
28
Inni akka hin dubbanne dhoogguu barbaachisa; sababaan banii Baabiloonitti booji'amee fudhatameen ammaa achi akka waan isaan bara dheeraa jiraataniititti yaadee mana ijaara'aa keessa jiraadhaa'a, biqiltuu dhaabadha'aa daraaraa isaa nyaadhaa'a› jedha'aa bani'itti dubbateera» jedha.
29
Raattichi Sofoniyaas xalayaa san naa dubbise;
30
Kanaan maayessa Rabbi akkana naan jedhe,
31
«Dubbii raagaa kana kunoo worra gara biyya Baabiloonii baqatanii jiraatan maraaf waan Shaamaaya'aa akkana jedhii ergi, ‹Shaamaayaan uduu ani isa hin ergine sobaan dubbii raagaa akka amantan isin taasiseera.
32
Kanaafuu ani Rabbi isaa fi fiixaa isaa maraa hin adaba; ammaa achi fiixaan nama kanaa isin keessatti hin argamu; innumtuu waan mishaa banii kiyyaa ani godhu maraa argu'uuf abdii hin qabu; sababaan inninuu akka isin na diddan taasiseera; ani Rabbi waan kana dubbadheera» jedha.
← Chapter 28
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 30 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52