bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Jeremiah 13
Jeremiah 13
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 12
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 14 →
1
Rabbi akkana naan jedhe, «Sabbata uffata quuncee talba'aa irraa hojjatame uffadhu; garuu bisaan hin tussiisin.»
2
Kanaafuu ani akkuma Rabbi na ajajetti sabbata bitee hidhadhe.
3
Rabbi ammallee akkana naan jedhe,
4
«Gara laga Efraaxisii dhaqii sabbata kee holqa dhaga'aa keessatti dhossi.»
5
Kanaafuu ani akkuma Rabbi na ajaje deemee laga Efraaxisii biratti sabbata kiyya dhosse.
6
Guyyaa baay'e'een maayessa Rabbi, «Gara laga Efraaxisii deebi'iitii sabbata fudhu» naan jedhe.
7
Ani deemee sabbata bakkuma itti dhosse sanitti argadhe; sabbata kiyya hennaa argu badee ka faayidaa hin qabne akka ta'e arge.
8
Achiin maayessa Rabbi akkana naan jedhe,
9
«Ani uf jajuu biyya Yihuuda'aatii fi uf tuuluu Yerusaalemiillee akkaataa kanaan balleessa.
10
Baniin hamaan kunniin naa ajajamuu didaniiran; ta qaraa caalaa morkatanii waaqolee tolfamaa waaqeffata'aa isaan tajaajilan; sababaa kanaaf isaan akkuma sabbata sanii worra bu'aa hin qabne ta'an.
11
Akkuma sabbanni yoo hidhatan mudhi'itti maxxanu baniin Yihuuda'aatii fi baniin Israa'eliillee akka natti maxxanan karoorsee ture; wonti ani waan kana godheef akka isaan banii kiyya ta'anii fi akka maqaa kiyyaaf galataa fi ulfinna kennaniif; isaan garuu na hin dhageenne.»
12
Rabbi Waandhi akkana naan jedhe, «Yaa Ermiyaas! ‹otteen maruu daadhii woyini'iitiin guuttama› jedhii banii Israa'eliitiititti himi; hennaa san isaan ‹nu akka ottee daadhii woyini'iitiin guutan waan hin beenne seetaa?› siin jedha.
13
Kanaan maayessa Rabbi worra lafa tana irra jiraatan maraa daadhii woyini'ii obaasee akka isaan macheessu'uuf karoorfadhe isaanitti himi; hennaa san mootota, gadootaa fi raattota siree ulfinnaa ka Daawitii irra jiraatanii fi worra Yerusaalemiin keessa jiraatan maraa daadhii woyini'iitiin isaan macheessa.
14
Hennaa san abbootaa fi ijoollee isaanii maraa akkuma otte'ee wolitti isaan buusa; gaddi, gara laafummaan araarallee yoo ta'e wonti kamuu isaan balleessuu na hin dhooggu.»
15
Rabbi waan dubbateef; uf jajuu keessan balleessa'aatii isa dhagayaa'a; seeraanillee isa jalaa caqasaa'a.
16
Uduu inni dukkana isinitti fidee isin gaarran irratti hin gufanne; ifa isin hedattan gara dukkana jaama'aatii fi gara hurrii dukkanaa uduu hin jijjiirre, Rabbii Waaqa keessan kabajjaa'a.
17
Yoo dhagayuu diddan garuu ani waan uf jajuu keessaniitiif dhokadhee booya; baniin Rabbii booju'uun waan fudhatameef ani mararamee booya; imimmaan kiyyallee hin qooru.
18
Rabbi akkana naan jedhe, «Waan mootitti'ii fi haadha isaanii irraa kallachi ulfinnaa ka kabajja'aa mataa isaanii irraa bu'eef akka isaan teessoo ulfinnaa irraa bu'aniif isaanitti himi.
19
Qachoonni biyya Yihuuda'aa ta gara kibbaa jiran waan diinni isaan marseef eennullee achi dhaquu hin danda'u; baniin biyya Yihuuda'aa maruu hin booji'aman.»
20
Yaa Yerusaalem! gara kaabaatii akka diinni sitti dhufa'aaru laali; baniin ati kunuunsa'aa turtee fi baniin ati dhaadattuun eessa gayan?
21
Worri ati jaalalloo kiyya jettee itti dhiyaatte yoo si ari'anii fi yoo si bulchan maal jetta? akka dubartii ciniinsifattuutitti si hin dhukkubuu?
22
Wonti kun maruu maaf na irra gaye? wonti uffata kiyya tarsaasanii na salphisaniif maali'i? jettee yoo gaafatte wonti kun maruu si irra gayeef akka sababaa cubbuu kee gudda'aatii fi hama'aatiif ta'e beeki.
23
Namni biyya Itoophiya'aa bifa ufii, Qeerransillee babarrinna ufii jijjiirachuu hin danda'an; isinillee akkasuma waan hamaa hojjachuu waan barattaniif waan mishaa hojjachuu hin dandeettan.
24
Amma garuu Rabbi akkuma buraa qilleensi lafa gammoojji'ii haxaayee dabarsuutitti isin bittinneessa.
25
Akka hireen keessan kana ta'e Rabbi dubbateera; isin isa irraanfattanii waaqolee tolfamaa sobaa waan hedattaniif inni waan kana isin irratti raawwachu'uuf murteesseera.
26
Rabbi uffata keessan isin irraa mulqee akka qullaa haftanii saalfattan isin godha.
27
Inni hennaa isin waan hamaa inni jibbu gootan argeera; isin akka nama haadha manaa goshoo ufiititti dhaqu'uuf hawwuutii fi akka fardi kormaan ganyaa soqaa olii gad deemuu isinillee waaqa tolfamaa worra ormaa gaarran, tullootaa fi lafa raasa'aa irra hennaa soqa'aa deemtan isin argeera; isin banii Yerusaalemii isin hobbaas; sirima yoom qulqullooftan?
← Chapter 12
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 14 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52