bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Jeremiah 41
Jeremiah 41
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 40
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 42 →
1
Baruma kana ji'a arfeesso'ootitti worra gugurdaa baallii qaban ka mootichaa keessaa namni tokko nama maatii moototaa keessaa Ismaa'el ilmi Naataanii ilma ilma Eelshaamaa'ii namoota kudhanii woliin Gadaaliyaa bulchaa biyyaa laalu'uuf gara Mitsipha'aa dhaqe; isaan maruu uduu wol gayanii waa nyaata'aaran,
2
Ismaa'elii fi namoonni kudhanii Gadaaliyaa mootiin Baabiloonii Yihuudaa irratti moosise guraade'een ajjeesan.
3
Ismaa'el Yihuudotaa fi loltoota Baabiloonii worra Mitsiphaa keessa Gadaaliyaa woliin jiranillee uduu hin hafne fixe.
4
Bariisaa san akka Gadaaliyaan du'e eennullee uduu hin beenne
5
dimmaa namoonni saddeettamaa Sheekeemii, Sheelo'oo fi Samaariyaa keessaa dhufan; isaan gaddanii areeda haadatanii, uffata ufii biinxanii fuula ufii taraaranii turan; kennaa midhaaniitii fi hixaana mana woyyuu keessatti kennanillee qabatanii turan.
6
Kanaafuu Ismaa'el booya'aa Mitsiphaa keessaa isaan simachu'uuf baye; haga isaanitti dhiyaate, «Gara Gadaaliyaa ilma Ahiqa'aa koottaa'a!» isaaniin jedhe.
7
Akkuma namoonni sunniin qachattii keessa seenaniin Ismaa'elii ilma Naataaliitii fi worri isa woliin jiran isaan ajjeesanii boollatti isaan gatan.
8
Namoota saddeettamaa keessaa namoonni kudhanii «Yabo'oo nu hin ajjeesin, nu qamadii, garbuu, dhadhaa ejersaatii fi damma qonna keessatti dhoffanneerru heddu qabnaa» jedhanii Ismaa'eliin kadhatan; innillee isaanii araarame.
9
Boolli isaan namoota sanniin ajjeesanii itti gatan sun boolla guddaa mootiin Israa'elii Baa'ishaan hennaa balaa buusu boolla mootiin Aasaan ufiin eegu'uuf qochisiise ture; Ismaa'el boolla san reeffaan guute.
10
Achiin maayessa haawwota manaa mootichaatii fi banii hafan Mitsipha'atti hidhe; kunniin maruu Nabuzaardaanii ajajaa loltoota mootii Baabiloonii akka Gadaaliyaa jala jiraatan yaboo kennee ture; Ismaa'el garuu kanniin maraa booji'ee gara fuullee bulchiinsa Amoonii qabatee ceeye.
11
Yohaana'aa fi worri loltoota masakkan ka isa woliin jiran maruu yakka Ismaa'el raawwate dhagayan.
12
Kanaafuu namoota ufii maraa woliin ari'anii haroo guddaa Gabaa'oniin keessa jiru laddatti dhaqqaban.
13
Worri Ismaa'el hidhee fuudhee deemeen maruu haga Yohaana'aa fi masakkoota loltootaa ka isa woliin jiran argan hin gammadan.
14
Uf irra deebi'anii fiiganii isaanitti makaman.
15
Ismaa'elii fi namoonni saddeetii garuu Yohaanaa jalaa dheessanii gara biyya Amoonii baqatan.
16
Kanaan maayessa Yohaana'aa fi masakkoonni loltootaa ka isa woliin jiran loltoota, dubartoota, daa'immanii fi worra baallii qaban ka Ismaa'el haga Gadaaliyaa ajjeeseen maayessa Mitsiphaa keessaa booji'ee fudhate maraa deebisan.
17
Isaan Gadaaliyaa mootiin Baabiloonii moosise waan Ismaa'el ajjeeseef worri Baabiloonii balaa nu irra geessan jedhanii sodaatanii turan; kanaafuu isaan worra Baabiloonii jalaa dheessanii gara biyya Misirii baqatu'uuf ka'anii hulee Geruut Kimihiim jedhamtu ta Beteliheemiin ladda jirtutti hara baafatan.
← Chapter 40
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 42 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52