bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Jeremiah 20
Jeremiah 20
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 19
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 21 →
1
Hennaa ilmi Imeerii Paashuur bulchaan mana woyyu'uu hennaa ani waan kana dubbadhu dhagaye;
2
akka qabanii na tuman ajaje; mana woyyuu cinaa gubba'aatiin balbala kolba dallawa Biiniyaamii gudeelchatti akka na hidhan godhe.
3
Barsiisaa san haga hidhaa haada sibiilaa na irraa hiikeen maayessa «Ammaa achi Rabbi Paashuur siin hin jedhu maqaan inni sitti baase ‹raafama bakka maraati› ka jedhu.
4
Rabbi sii fi goshoota teetiifillee nama raafamaa si taasisu'uuf ta'a; ati hennaa isaan maruu guraadee diintota ufiitiin dhuman hin argita; banii Yihuuda'aa maraa baallii mootummaa Baabiloonii jala isaan taasisa; inni banii garii hidhu'uuf gara Baabiloonii fida; worra hafan garii garuu asumatti isaan ajjeesa.
5
Akkasuma diintonni isaanii qabeenna qachaa tanaa maraa akka saaman, qabeennaa fi meeshaa isaan kuufatan maraa, galmee qabeenni mana meesha'aa ka biyya Yihuuda'aallee uduu hin hafne maraa haxaayanii gara Baabiloonii akka fidan godha;
6
Paashuur! ati fi maatiin kee maruu uduu hin hafne booji'amtanii gara biyya Baabiloonii dhaxxan; worra ati sobaan raaga dubbattee fi jaalalloota tee woliin achitti awwaalamta.»
7
Yaa Rabbi! ati na sobde; anillee hin sobame; ati na caalaa jaba'a; hunni keellee guddisee na irratti gudda'a; namni maruu guyyaa guyya'aan na riqa'aa natti dhaadatan.
8
Ani hennaa dubbadhu maraa wonti ani dubbadhu didda'aa fi balleessa'a; Waandhana! dubbii raagaa ka ati natti dubbatte waan raageef, ani hennaa maraa hin arrabama; nama itti baldan ta'eera.
9
Garuu ani hennaa «Rabbiin hin qaabadhu, maqaa isaatiinillee homaa hin dubbadhu» jedhu dubbiin raagaa ka inni naa kenne akka ibiddaa na keessaa bobaya; uf keessatti dhossee qaba jedhee yoo yaadellee ukkaamsee qabuu hin danda'u.
10
Namoonni hedduu sodaatanii hasaasa'aa hennaa «nu amma Ermiyaasiin himachu'uuf hennaa misha'a!» jedhan dhagaye; worri jaalalloo isaati jedhamanuu dogoggora kiyya eegan; Maal laataa Ermiyaas sobamuu danda'a; yoo ka sobamu ta'e qabnee haluu baanaan» jedhan.
11
Rabbi garuu akka loltuu gar jabeessaa fi jannaatitti na woliin jira; kanaafuu worri na ari'an dadhabanii gufatanii akka malee kufanii guddisanii salphatan; salphinni isaanii hennaa dheeraa yaadatama.
12
Waaqa banii maraa! ati nama qajeelaa qortee adda baafatta; yaada gad fagoo garaa namaallee hin qorta; iyyannoo kiyya sitti dhiyeeffadheera; kanaafuu hennaa diintota tiyya haluu baatu akka argu na taasis.
13
Rabbii faarfadhaa'a! Gooftaa galatoonfadhaa'a! Inni rakkattoota hunna namoota hammeeyyi'ii jalaa hambisa.
14
Guyyaan ani itti dhaladhe ka abaarame haa ta'u! guyyaan haati tiyya itti na deette sun guyyaa eebbaa hin ta'in!
15
Namni abbaa kiyyaan, «Ilmi sii dhalateeraa gammadi!» jedhee hime sun abaaramaa haa ta'u!
16
Namni sun akka qachoota Rabbi araara malee balleessee ta'ee haa hafu; ganamaan huuruu booyaa haa dhagawu; guyyaa oduu lolaatiin haa raafamu.
17
Maal uduu gadaamessi haadha tiyyaa na ajjeesee awwaala naa ta'ee achitti hafee! silaa gadaamessi haadha tiyyaa awwaala guddaa naa ta'ee jiraata.
18
Ani maaf gaddaa fi dadhabbii argu'uuf, bara kiyyallee salphinnaan fixu'uuf dhaladhe?
← Chapter 19
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 21 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52