bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Jeremiah 37
Jeremiah 37
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 36
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 38 →
1
Mootiin Baabiloonii Nabukadanatsoor Sedeqiyaasii ilma Iyyoosiyaasii bikka Ikooniyaanii ilma Iyyo'aaqeemii Yihuudaa irratti moosise.
2
Sedeqiyaas, bulchoonni ajajoota loltootaa yookaan baniin dubbii Rabbi karaa Ermiyaasii raattichaatiin dubbatee hin ajajamne.
3
Mootichi Sedeqiyaas Yookaalii ilma Shelemiya'aatii fi Sofoniyaasii gadicha ilma Maa'iyaanii gara ana Ermiyaasii ergee «Ati waan banii keennaatiif Rabbii Waaqa keenna nuu kadhadhu» jedhanii akka na gaafatan godhe.
4
Ani hennaa san hidhamee hin jiru ture; sababaa kanaaf banii keessa bilisumma'aan deddeema.
5
Hennaa san loltoonni Baabiloonii Yerusaalemiin marsan; loltoonni biyya Misirii garuu akka daangaa lufanii dhufa'aaran haga dhagayan duubatti dheessan.
6
Kanaan maayessa Rabbi Waandhi Israa'elii karaa worra dhaamsa geessaniitiin «Kunoo loltoonni biyya Misirii worri si gargaaru'uuf dhufan deebi'anii gara biyya ufii gara Misirii deebi'aaran.
8
Achiin maayessa worri Baabiloonii deebi'anii dhufanii lolanii qachattii qabatan ibiddaan guban.
9
Rabbi akkana jedha, ‹Worri Baabiloonii uf irra deebi'anii lixan› jettanii uf hin sobinaa'a; isaan uf irra deebi'anii hin deeman.
10
Isin uduu loltoota Baabiloonii maraa mooyattanille'ee worri isaan keessaa madaayanii hafan deebi'anii jajjabaatanii ka'anii qachattii ibiddaan gubanii barbadeessan jedha» jedhee akka isatti himu na ajaje.
11
Akka loltoonni biyya Misiriitii dhufa'aaran haga dhagayan loltoonni Baabiloonii uf duuba deebi'anii turan.
12
Ani dhaala maatii kiyyaa ka na gayu fudhatu'uuf gara bulchiinsa Biiniyaamii dhaqu'uuf Yerusaalemii ka'e.
13
Garuu akkuma achi deemee balbala seensa dallawa Biiniyaamii gayeen bulchaan worra balbala eeguu ka maqaan isaa Yuuriyaa jedhamu ilmi Sheeliyaa ilma ilma Hanaaniya'aa «Ati gantee gara Baabiloonii deemu'uuf taataa!» jedhee na dhaabsise.
14
Anillee, «Akka ati jettu kana ani nama ganee deemuu miti!» jedhee deebiseef; Yuuriyaan garuu na caqasuu hin barbaanne; sirimaa qabee na hidhee gara worra baallii qabanii na fide.
15
Isaanillee guddisanii naan lolanii haga na tumsiisaniin maayessa gara mana Yoonaataa barreessa'aa ka manni isaa akka mana hidha'aa ta'u godhanii keessa na seensisanii balbala natti cufan.
16
Mana lafa jalaa ka itti hidhame san keessa guyyaa heddu taa'e.
17
Haga diqqoo turee mootichi Sedeqiyaas nama ergee na fuusisee mana mootummaa ufii keessatti hojjuma ufii «Dubbii raagaa ka Rabbi sitti hime qabdaa?» jedhee na gaafate; «Ee hin qaba!» jedheenii dubbii kiyya uduu wol irraa hin kunne «Mootii Baabilooniititti dabarsanii si kennan» jedheen.
18
Achiin maayessa ani akkana jedhee isa gaafadhe, «Yakki ani si'i, bulchoota ajajoota loltootaa teetii fi banii kana afo'otti raawwadhee mana hidha'aa kana keessatti na hiisise maali'i?
19
Amma raattonni mootiin Baabiloonii si'ii fi biyya kee irratti balaa hin buusu jedha'aa sitti himan eessa jiran?
20
Kanaafuu mootii kiyya! akka na dhageettee waan ani si gaafadhe naa raawwattu si kadhadha; wonti ani si kadhadhu gara mana hidha'aa ka Yoonaata'aatitti na hin deebisin; yoo ati achitti na deebifte ani hin du'a.
21
Kanaaf mootichi Sedeqiyaas kutaa worra balbala eeganii dallawa mana mootumma'aa keessa na galchanii akka natti cufan ajaje; ani achuma ture; haga qachattii keessaa buddeenni dhumatutti worri buddeena godhu guyya guyya'aan buddeena tokko tokko naa kenna'aa turan.
← Chapter 36
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 38 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52